Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti biqiltuun Bunaa biiliyoonni 1.45 qophaa’eera-BQO
Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)- Barana Oromiyaatti biqiltuu sanyii filatamaa Bunaa biliyoonni 1.45 qophaa’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa…
Godinni Geedi’oo fi dhaabbileen garaagaraa Booranaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 12 olitti…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)-Bulchiinsi Godina Geedi'oo fi dhaabbileen garaagaraa lammiilee Godina Booranaatti hongeen miidhamanif deeggarsa akaakuu garaagaraa Birrii miliyoona 12…
Seeraan alummaa dameen diinagdee akka hinguddanne taasisanirratti xiyyeeffannaan hojjechuu…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)-Seeraan alummaa dameen diinagdee akka hinguddanne taasisanirratti xiyyeeffannaan hojjechuu gaafata jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Barana lafti hektaarri miiliyoonaa 1.3 jallisii Bonaan qamadiin uwwifameera-Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)- Barana lafti hektaarri miiliyoona 1.3 jallisii Bonaan qamadiin uwwifamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Jilli Ministiraa Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen…
Aanaa Dirreetti shakkamaan deeggarsa ummataa ofiif buufate to’atame
Finfinnee, Bitooteessa 2, 2015 (FBC)-Godina Booranaa Aanaa Dirreetti shakkamaan deeggarsa uummataa faayidaa dhuunfaa isaaf utuu buufatuu argame to'annoo jala ooluu Waajjirri Poolisii Aanaa…
Tajaajilichi bobbiiwwan sodaalee bifa jijjiirratanii dhufan dhaabuu gaggeessaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Bitooteessa 2, 2015 (FBC)-Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa karoora sodaalee bifa jijjiirratanii dhufanii fi sodaalee biyyaalessaa jijjiiraman dhaaban fooyyessuun…
Magaalaa Dasseetti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Magaalaa Dasseetti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa daddabarfamaa ture to'atamuu Poolisiin magaalichaa beeksise.
Shugguxiiwwan Turkii 34 fi rasaasni…
Sulxaan Ahimad Aliimiiraahi Samaraa galan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Sulxaan Ahimad Aliimiiraahi naannoo Afaar magaalaa Samaraa galaniiru.
Sulxaan Ahimad Aliimiiraahi wayita Samaraa ga'an Pireezidaantii naannichaa Obbo…
Naannichatti qaala’iinsa gatii ittisuuf hojjetamaa jira – Obbo Musxafee Mahaammad
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti qaala'iinsa gatii ittisuuf karoorri yeroo gabaabaa fi dheeraa qabamee hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Musxafee…
Hubachiisa Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa kenname
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hongee mudate sababeeffachuun waamicha Mootummaan taasise hordofee namoota rakkoof saaxilamaniif deeggarsi kallattii garaa garaatiin…