Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Irreechi Hora Finfinnee haala Duudhaa fi aadaa eegeen kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Irreechi Hora Finfinnee haala Duudhaa fi aadaa eegeen Finfinnee Doloolloo Buddeenatti kabajamaa jira.
Abbootiin Gadaa erga eebbaan jalqabsiisanii…
Abbootiin Gadaa Irreeffannaa Irreecha Hora Finfinnee jalqabasiisan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Abbootiin Gadaa Irreeffannaa Irreecha Hora Finfinnee eebban jalqabsiisaniiru.
Akkaataa duudhaa fi aadaa isaa eegeen Irreechi Hora Finfinnee…
Irreechi Hora Finfinnee bara 2016 haala hawwataa ta’een kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Irreechi Hora Finfinnee mata duree ‘Irreechi Faajjii Tokkummaa fi Obbolummaati’ jedhuun kabajamaa jira.
Bakka Abbootiin Gadaa, Hadholiin Siinqee,…
Ayyaanni Irreechaa ayyaana Ummanni Oromoo baraa baratti ce’uu, dukkanaa ifatti nagaan…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Obbo Xilahuun Kabbadaan Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni…
Irreechi Ibsituu abdii, araaraa, nageenyaa fi tokkummaati – Obbo Awwal Aarbaa
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni Irreechaa ayyaana…
Obbo Umood Ujuluun Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Obbo Umood Ujuluun Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaannichi qabeenya…
Dooktar Injinar Nagaash Wageeshoon Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Itiyoophiyaa Dooktar Injinar Nagaash Wageeshoon Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga…
Ayyaanni Irreechaa ayyaana jibba jalaalatti, walqooduu tokkummaatti jijjiiru ayyaana araaraati…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni Irreechaa…
Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leddaamoon ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leddaamoon Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaana tokkummaa,…
Dooktar Warqinaa Gabayyoon ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon ayyaana Irreechaa sababeeffachuun, ergaa baga geessanii…