Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daayrektarri Jeneraalaa IOM Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisuufi
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Daayrektarri Jeneraalaa Dhaabbata Godaantoota Idil Addunyaa Emmii Pooppi Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisuufi.
Daawwannaan kun hojiilee…
Itiyoophiyaa fi Oromiyaa bareechinee irreecha ceesisuutu nurra jira-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Oromiyaa bareechinee irreechas ceesisuu nurra jira jedhan Pireezidantin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Pireezidaanti…
Itiyoo Poosti Naannawaa Afrikaatti tajaajila fooyya’aa kennuun badhaafame
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC)- Itiyoo Poosti Naannawaa Afrikaatti tajaajila fooyya’aa kennuun filatamaa ta’uun sagantaa Sa’ud Arabiyaa Riyaaditti gaggeeffamerratti badhaafameera.…
Irreechi jaalalaa fi araara kan mul’isu kan hunda keenyaati-Aadde Adaanech
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC)- Irreechi jaalalaafi aaraara kan mul’isuu fi kan hunda keenyaati jedhan Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde Adaanech…
Komishinichi wayita Irreechaatti balaan akka hinuumamneef qophii gahaa taasisuu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC)- Koomishiniin Hoggansa Sodaa Balaa fi Ibiddaa Magaalaa Finfinnee, Irreecha boru Finfinneetti kabajamu balaa tokko malee akka xumuramuuf qophii barbaachisaa…
Kabaja ayyaana Irreecha Hora Finfinnee sababeeffachuun hanqinni tajaajila Geejjibaa akka hin…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Kabaja ayyaana Irreecha Hora Finfinnee sababeeffachuun hanqinni tajaajila Geejjibaa akka hin mudannee qophii ga’aan taasiifamuu Ministeerri Geejjibaa fi…
Fooramiin Irreechaa 5ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Duudhaalee Irreechaa beeksiisuurratti kan xiyyeeffatu Fooramiin Irreechaa 5ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Fooramicharratti hojiileen…
Kantiibaan Magaalaa Adaamaa Obbo Haayiluun Kantiibota Afrikaa simatan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldeen hirmaattota Inisheetiivii Hoggansa kantiibota Afrikaa waajjiraa isaaniitti simataniiru.
Kantiboonni…
Baankiin Addunyaa bulchiinsa taaksii Itiyoophiyaa ammayyeessuuf deeggarsa akka taasisu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC)- Baankiin Addunyaa bulchiinsa taaksii Itiyoophiyaa ammayyeessuuf deeggarsa akka taasisu beeksiseera.
Qondaaltonni olaanoo Ministeera Galiiwwanii fi…
Sirni baniinsa bara hojii 3ffaa waggaa 6ffaa Manneen Maree waloo Wiixata dhufu ni gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Sirni baniinsa hojii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Federeeshinii bara hojii 3ffaa waggaa 6ffaa Wiixata dhufu ni gaggeeffama.
Sirna baniinsa…