Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin galtee yaadaa filmaata imaammata ce’umsa haqaarratti walitti qabuu gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 1, 2015 (FBC)– Waltajjiin filmaata imaammata ce’umsa haqaarratti galtee walitti qabuu Paartilee Siyaasaa waliin gaggeeffameera.
Waltajjicharratti Ministir Deetaan…
Sulultaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 1, 2015 (FBC)– Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sulultaatti meeshaleen waraanaa seeraan ala to’atamuu Qajeelchi Pooliisii Kutaa Mgaalichaa beeksise.…
Qormaata biyyoota guddachaa jiranii qoqqoodamni dijitaalaa furmaataa barbaada jedhame
Finfinnee, Bitootessa 1, 2015 (FBC)– Ityoophiyaan qormaataa biyyoota guddachaa jiranii kan ta’e qoqqoodamni dijitaalaa furmaataa argachuu akka qabu Ya'ii Bulchiinsa Interneetii Idil…
Naannoo Somaaleetti hongee mudateen lammiileen miiliyoona 3.7 deeggarsa barbaadu
Finfinnee, Bitootessa 1, 2015 (FBC)–Naannoo Somaaleetti godinaalee 11’n argamanitti hongee mudateen lammiileen miiliyoona 3.7 deeggarsa kan barbaadan ta’uu Biiroon Komiikeshinii Naannichaa…
Chaayinaan Giddugala Viizaa Magaalaa Finfinneetti bante
Finfinnee, Bitootessa 1, 2015(FBC)- Chaayinaan Giddugala Viizaa Magaalaa Finfinneetti banuun ibsame.
Giddugalichi tajaajilamtonni tajaajila si’ataa akka argataniif haala kan mijeessuu fi…
Waltajjiin sosochii loltoota duraanii deebisanii dhaabuu Magaalaa Maqaleetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 1, 2015 (FBC) – Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa qooda fudhattootaa fi qaamolee tumsitootaa waliin waltajjii sosochii loltoota duraanii deebisanii dhaabuu fi haaromsa…
Aadde Adaanach Lammii Kuraatti piroojektoota guyyoota 90 keessatti hojjetaman eebisan
Finfinnee, Bitootessa1, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti piroojektoota guyyoota 90 keessatti hojjetaman eebbisuun hojii…
Bulchiinsi magaalichaa haala yeroo ilaalchisee ibsa kenne
Finfinnee, Bitootessa 1, 2015(FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera.
Bulchiinsi magaalichaa itti gaafatamummaa itti kenname ba’achuuf tattaaffii…
Magaalaa Roobeetti abbootiin Qabeenyaa 110 kaappitaalaa Birrii biiliyoona 2.5 galmeessisan hojiilee…
Finfinnee, Bitootessa1, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Roobeetti abbootiin qabeenyaa 110 Kaappitaala Birrii biliyoona 2.5 ol galmeessisan hojii Invastimantii garaagaraarratti bobba'anii…
Misooma Qamadii Jallisii Aanaa Doobbaa
Finfinnee, Bitootessa1, 2015 (FBC) – Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaatti Qamadiin Jallisii Boneen misoome haala gaarirra jiraachuu ibsameera.
Aanaa Doobbaatti Qamadiin lafa hektaara…