Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Shaggaritti ijaarsi pirojektii bishaan dhugaatii Birrii biiliyoona 1’n eegalamuufi
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti ijaarsi pirojektii bishaan dhugaatii qulqulluu afur Birrii biiliyoona 1’n akka eegalamu ibsameera.
Pirojektiiwwan…
Aadde Adaanech hirmaattota AMALI waajjiraa isanitti simatan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hirmaattota Inisheetivii Hogganasaa Kantiibota Afrikaa (AMALI) waajjira isaanitti simataniiru.…
Naannawaan Hora Finfinnee (Doloolloo Buddeenaa) qulqulleeffame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Hojjettoonni Baankii Gadaa fi Manaajimeentiin baankichaa, Finfinnee Bulchiinsa Kutaa Magaalaa Qiirqoos waliin ta'uun duula qulqullinaa naannawaa Irreecha…
Pireezidaanti Shimallis M/Barumsa Ifa Boruu Sadarkaa 2ffaa Gusbaajaay Guraageetti ijaarama ture…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan, Mana Barumsa Ifa Boruu Sadarkaa 2ffaa Gusbaajaay Godina Guraageetti ijaarame eebbisisaniiru.…
Rayyaan Ittisa Biyyaa manneen harka qalleeyyiif ijaarsise dabarse
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC) – Rayyaan Ittisa Biyyaa manneen harka qalleeyyiif Birrii miiliyoona 259'n ijaarsise dabarseera.
Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Nifaas Silki…
Kabaja ayyaana Irreechaa ilaalchisee dubartoota kutaalee magaalaa Finfinnee waliin mari’atame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Haala Kabaja ayyaana Irreechaa ilaalchisee dubartoota kutaalee magaalaa Finfinnee hundarra walitti babba'an waliin mari'atameera.
Kabaja ayyaana…
Itiyoophiyaan hariiroo Gamtaa Awurooppaa waliin qabduuf xiyyeeffannoo addaa kenniti – Obbo…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan hariiroo Gamtaa Awurooppaa waliin qabduuf xiyyeeffannoo addaa kan kennitu ta’uu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa…
Waltajjiin Inisheetiivii Hoggansa Kantiboota Afrikaa guyyaa boruu irraa eegalee Finfinneetti ni…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Waltajjiin Inisheetiivii Hoggansa Kantiboota Afrikaa guyyaa boruu irraa eegalee Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.
Boruu eegalee…
Ayyaana Irreechaa karaa nagaan kabajuuf qaamoleen nageenyaa gara hojiitti galuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa rakkoo nageenyaa malee karaa nagaan kabajuuf qaamoleen nageenyaa gara hojiitti galuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksiise.…
Itiyoophiyaa fi Saa’uud Arabiyaan hariiroo isaanii cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Saa’uud Arabiyaan dhimmoota hariiroo isaanii caalmaatti cimsuuf dandeessisanirratti mari’ataniiru.
Ministir Deetaan Ministeera Dhimma…