Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee 15ffaa isaa labsiifi muudama garaagaraa raggaasisuun xumure
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Manni Maree Beenishaangul Gumuz yaa’ii idilee 15ffaa isaa labsiifi muudama garaagaraa raggaasisuun xumure.
Manni marichaa wixinee labsii fooyya’iinsa…
Ityoophiyaan Yaa’ii Biyyoota Guddachaa Jiraniirratti muxannoo milkaa’ina damee qonnaan galmeessitee…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan Yaa’ii 5ffaa Biyyoota Guddachaa Jiranii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Kuwaataar Dohaatti gaggeeffamaa jirurratti muuxannoo milkaa’ina…
Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon magaalaa Jimmaatti ijaarsa hoteela idil addunyaa “Foor Pooyintis…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon magaalaa Jimmaatti ijaarsa hoteela idil addunyaa “Foor Pooyintis Baay Sharaatan” dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru.…
Oromiyaa Godinaalee shan keessatti mankuusaawwan guguddaan 38 ijaarmaa jiru-BQO
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaa Godinaalee humna Oomisha olaanaa qaban shan keessatti mana kuusaa gurguddaa 38 ijaaramaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.…
Leenjiin Dargaggoota Tola Ooltotaa marsaa 6ffaan Bitootessa 4 ni eegala jedhame
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Leenjiin Dargaggoota Tola Ooltotaa marsaa 6ffaan Bitootessa 4 kan eegalu ta’uu Ministeerri Nageenyaa beeksise.
Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa…
Naannolee afuritti pirojektiin fayyaa haadholii Birrii biiliyoona 2 oliin gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015 (FBC)-Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa ‘USAID’ naannolee Afaar, Beenishaangulgumuz, Gaambeellaa fi Somaaleettii pirojektii fayyaa haadhollii Birri biiliyoona 2…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ijaarsa Buufata Xiyyaara salphaa Boongaa jalqabsiisan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015 (FBC)- Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ijaarsa buufataa xiyyaara salphaa Magaalaa Boongaa jalqabsiisaniiru.
Buufanni xiyyaarichaa lafa hektaara 44…
Jilli Invastimantii fi Daldalaa Paakistaan Paarkii Indaastirii Boolee Laamii dawwate
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Jilli Invastimantii fi Daldalaa Paakistaan Paarkii Indaastirii Boolee Laamii dawwateera.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Korporeeshinii Misooma…
Ambaasaaddarri Gamtaa Awurooppaa Roonaald Koobiyaan Gaambeellaa galan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Ambaasaaddarri Gamtaa Awurooppaa Roonaald Koobiyaan hojiilee misoomaa gamtichaan hojjetaman daawwachuuf Gaambeellaa galan.
Pireezidaantii naannichaa…
Faawundeeshiniin Kuwaataar “Edukeeshin Abbaav Ool” Ityoophiyaatti haala piroojektoota barnootaa…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Faawundeeshiniin Kuwaataar “Edukeeshin Abbaav Ool” jedhamu Ityoophiyaatti haala piroojektoota barnootaa deeggaruun tumsaan hojjechuu danda’urratti…