Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tarsiimoon misoomaa kamuu, hirmaannaa ummataa dhugoomsuuf aadaafi duudhaa ummatichaa irraa…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) – Tarsiimoon misoomaa kamuu, hirmaannaa ummataa dhugoomsuuf aadaafi duudhaa ummatichaa irraa waraabamuu akka qabu ifatti mul’isejedhan Pireezidaantiin…
Eebbifamoo Abunee Salaamaan boqotan
Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) – Eebbifamoo Abunee Salaamaan har’a addunyaa kanaraa du’aan boqotaniiru.
Eebbifamoo Abunee Salaamaan dhibee isaan mudateen…
Itiyoophiyaan damee Siiviil Aviiyeshiniin naannawichaaf deeggarsa taasiisuuf waliigaltee…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan damee Siiviil Aviiyeshiin naannawichaaf deeggarsa taasiisuuf Dhaabbata Siiviil Aviiyeshinii Idil Addunyaa waliin waliigaltee…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa jila biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa jila biyyoota Afrikaa garaagaraa Sagantaa "Torbee Tuuriizimii Oromiyaa" bara 2016…
Magaalaan Wunshan Magaalaa Hararii waliin walta’iinsaan hojjechuuf kutannoo qabaachuu ibsite
Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)-Magaalaan Hararii fi Chaayinaatti kan argamtu Magaalaa Wunshaan gidduutti hariiroo obbolummaa hundeessuuf mariin dandeessisu gaggeeffameera.
Marichaan…
MM Dooktar Abiy hojjettoota pirojektoota Waajjirichaaf ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Masqalaa fi Mawulidaa sababeeffachuun sagantaa laaqanaa hojjettoota pirojektoota Waajjirri Muummee…
Balaliin gara Bujumburaatti taasifamu 11’tti guddate
Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa torbanitti balalii idilee gara Burundii Magaalaa Bujumburaatti taasisu gara 11’tti guddisuu beeksise.
Daandichi kanaan…
Jijjiirraan baraa Saba Booroo Shinaashaa “Gaarii-Waaroo” kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti jijjiirraan baraa saba Booroo Shinaashaa “Gaarii-Waaroo” sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.
“Gaarii-Waaroo”…
Ayyaanni Masqalaa Kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)-Ayyaanni Masqalaa sadarkaa biyyaalessaatti Kabajamaa jira.
Ayyaanni Masqalaa "Mootii Ayyaanaa" jedhamuun ayyaana hawaasa biratti bakka olaanaa qabu fi…
MM Dooktar Abiy Ahimad maaddii qoodan
Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa eebba Giddugala Nyaataa 'Tasfaa Birhaan'tti argamuun maaddii qoodaniiru.
Bulchiinsa Magaalaa…