Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Imaammata Nageenya saayibarii biyyaalessaarratti mari’atame
Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)-Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo wixinee “Imammata nageenya Saayibarii biyyaalessaa” irratti qaamolee garaagaraa waliin mari’ateera.
Maricharratti,…
MM Dooktar Abiy Ahimad Godina Beenchii Shakkoo daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Uummattoota Kibbaa Lixaa Itiyoophiyaatti Godina Beenchii Shakkoo daawwataniiru.
Qaama maaddii biyyaa…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa lakkoofsa balallii torbeen gara Landanitti taasisu ol guddise
Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa lakkoofsa balallii torbeen yeroo 7 gara Landanitti taasisu ture 10 ol guddisuuf qophii xumuruu ibseera.
Sadaasa 11,…
Godina Jimmaatti lafti hektaarri kumni 530 Bunaan uwwifame – MM Dooktar Abiy
Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Godina Jimmaatti lafti hektaarri kumni 530 Bunaan uwwifamuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Lafa Bunaan uwwifame keessaa 50 ol…
Faawundeeshiniin Kumaalaa Jaatanii Alii Finfinneetti hundaa’e
Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Faawundeeshiniin Kumaalaa Jaatanii Alii bakka Abbootiin Gadaa, Hoggantoonni olaanoo Naannoofi Federaalaa akkasumas keessummoonni garagaraa argamanitti…
Qeellam Wallaggaatti lafa hektaara kuma 60 irratti qamadii jallisiin misoomsuuf facaasaan eegalame
Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) –Godina Qellem Wallaggaatti barana lafa heektaara kuma 60 irratti qamadii jallisiin misoomsuuf hojiin eegalamuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise.…
Irreecha Hora Finfinnee haala gaariin kabajuuf qophiin xumuramaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Irreecha Hora Finfinnee haala gaariin kabajuuf qophiin xumuramaa jiraachuu Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee…
Bulchiinsi magaalichaa manneen harka qalleeyyiif ijaaraman 203 dabarse
Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee manneen harka qalleeyyii fi maanguddootaa biyyaaf oolmaa guddaa qabaniif ijaaraman 203 dabarseera.
Waqtii gannaa hojii…
MM Dooktar Abiy Ahimad Jimmaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 19, 2016 (FBC)– Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Jimmaatti hojiilee misoomaa garaagaraa hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Haaluma kanaan Misooma…
Jilli qondaaltota Raayyaa Ittisa Biyyaa Indaastirii Uffannaa Adaamaa daawwate
Finfinnee, Fulbaana 19, 2016 (FBC)– Jilli Ministira Raayyaa Ittisaa Dooktar Abirahaam Balaayii fi Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa,…