Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Emireetoonni Araba Gamtoomanii oomisha Teemiriirratti tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Emireetoonni Araba Gamtoomanii oomisha Teemiriirratti tumsaan hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Ministirri Ministeera Qonnaa…
Baankiin Addunyaa galmoota misoomaa Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabaachuu ibse
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Baankiin Addunyaa fooyya’iinsa diinagdee gooroo mootummaan hojiirra oolche dinqisiifateera.
Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen…
Dargaggoonni humna jijjiiramaafi ce’umsa guddina biyyaati- Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Dargaggoonni humna jijjiiramaafi ce'umsa guddina biyyaa ta’uu Af-yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Sa'aadaa Abdurahmaan ibsan.
Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan…
Masaraa Mootii Kumsaa Morodaa haaromsuu fi deebisanii misoomsuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Abbaan Taayitaa Hambaalee Itiyoophiyaa Masaraa Mootii Kumsaa Morodaa haaromsuu fi deebisee misoomsuuf dhaabbata Ijaarsaa ‘BYMT’ jedhamu waliin waliigaltee…
Oromiyaatti Qormaanni Kutaa 8ffaa waxabajjii 3-5,2017 kennama
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Qormaanni kutaa 6ffaa fi 8ffaa sadarkaa naannootti kennamu baatii Caamsaa fi Waxabajjiitti walduraa duubaan kan kennamu ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa…
Itiyoophiyaafi Raashiyaan tumsaan hojjechuuf mari’atan
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaafi Raashiyaan dameewwan Aadaa, Aartiifi Ispoortiin waliin hojjechuuf mari’ataniiru.
Ministirri Ministeera Aadaafi Ispoortii Shawiit Shaankaan…
Dhaloota itti aanu ijaaruuf barnoonni, teeknooloojii fi ogummaan murteessaa dha-Obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Dhaloota itti aanu ijaaruuf barnoonni, teeknooloojii fi ogummaan murteessaa dha jedhan Ministirri Muummee itti aanaan Obbo Tamasgeen xurunaan.
Yaa’iin…
Bulchiinsi Magaalichaa gamaaggama raawwii Hojii baatiiwwan saglan darbanii gaggeessuu eegale
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii karoora hojii baatiiwwan saglan darbanii Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeessuu eegaleera.…
Itiyoophiyaan Yaa’ii diinagdee Afrikaa- Iraan 3ffaa irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Yaa’ii tumsa diinagdee Afrikaa- Iraan 3ffaafi Eksipoo Idil-addunyaa Iraan magaalaa Teeraanitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.…
Giriik dhiyeessii humna namaa leenji’erratti Itiyoophiyaa waliin hojjechuu akka barbaaddu ibsite
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Giriik dhiyeessii humna namaa leenji’ee dameewwan ogummaa garaagaraarratti bobba’uu danda’urratti Itiyoophiyaa waliin tumsaan hojjechuu akka barbaaddu…