Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Maahimmud Alii Yusuuf fi garee isaanii waliin mari’ataniiru.
Ministirri…
Ministirootaa fi Miseensota Paarlaamaa Itiyoophiyaa waliin wal arguu kootti gammadeera –…
Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC) – Ministirootaa fi Miseensota Paarlaamaa Itiyoophiyaa waliin wal arguu kootti gammadeera jedhan Ministirri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin.…
Dhaabbileen Hindii Itiyoophiyaa keessatti hojjetaa jiran lammiilee kuma 75 ta’aniif carraa hojii…
Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC) –Ministiri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin har’a walga’ii waloo 6ffaa waggaa 5ffaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Federeeshinii gaggeessanirratti…
Hojii misooma Sululaan bu’aan qabatamaan argame- Obbo Geetuu Gammachuu
Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC)- Hojii misooma sululaa hanga ammatti hojjetameen bu'aan qabatamaan argameera jedhan Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Geetuu Gammachuu.
Leenjiin…
Damee loojistiksiin hojiin humna namaa gahoome horachuu cimee itti fufa- Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Mudde 8, 2018(FMC)- Damee loojistiksiin hojiin humna namaa gahoome horachuu cimee itti fufa jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simee.…
Itiyoophiyaa fi Hindii…
Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC)-Itiyoophiyaa fi Hindi hariiroo Waggoota kuma lama lakkoofsise qabaachu baruulleen garaagaraa ni ibsu.
Jaarraa 19ffaa irraa eegale dhalattoonni Hindi…
Daawwannaa Naareendiraa Moodiin Itiyoophiyaatti taasisan hariiroon biyyoota lameenii guddachaa…
Finfinnee, Mudde 8, 2018(FMC)- Daawwannaa Ministirri Muummee Hindi Naareendiraa Moodiin Itiyoophiyaatti taasisan hariiroon biyyoota lameenii dameewwan hedduun guddachaa dhufuu mul’isa jedhan…
Itiyoophiyaa fi Hindi hariiroo isaanii cimsachaa waliin ce’u, waloon milkaa’u, tumsaan guddatu…
Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Hindi hariiroo isaanii cimsachaa waliin ce’u, waloon milkaa’u, tumsaan guddatu jedhan Ministirri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin.…
Naareendiraa Moodiin Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala diraa Abaaboo kaa’an
Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala diraa Abaaboo kaa’aniiru.
Ministirri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin…
Daawwannaan Naareendiraa Moodii Itiyoophiyaan addunyaa ijaaruu keessatti gahee ijoo qabaachuu kan…
Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC) – Daawwannaan Ministirri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin Itiyoophiyaatti taasisaa jiran biyyattiin addunyaa ijaaruu keessatti gahee ijoo qabaachuu kan…