Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Naannoo Oromiyaa rakkoo hongee mudate dandamachiisuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira –Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015(FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee gurguddoo hojjechaa tureen cinaatti rakkoo hongee mudate dandamachiisuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachii…
Waljijjiirraan muuxxannoo hoggantoonni MMBUfi Af-Yaa’iiwwan manneen maree naannolee Hinditti…
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015(FBC)- Waljijjiirraan muuxxannoo hoggantoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa fi Af-Yaa’iiwwan manneen maree naannolee Hinditti guyyoota sadiif taasisan…
Qabxiin barattootaa akka guddatuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba- obbo Oodriin Badrii
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015(FBC)- Qabxiin barattootaa akka guddatuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba jedhan Pireezidaantiin naannoo Hararii obbo Oodriin Badriin.
Naannoo Harariitti…
Tajaajilli geejjibaa haala itti fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuu danda’uun kennamuu qaba-…
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015(FBC)- Tajaajilli geejjibaa haala itti fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuu danda’uufi guddina hundagaleessa Ityoophiyaa deeggaruu danda’uun kennamuu akka qabu…
Naannichitti Oomishni Qamadii Jallisii Bonee yeroo jalqabaaf misoome jajjabeessaa ta’uu eerame
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015 (FBC) - Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Oomishni Qamadii Jallisii Bonee yeroo jalqabaaf misoome jajjabeessaa ta'uu Biroon Qonnaa naannichaa beeksise.…
Obbo Ahimad Shiideen Ministira Maallaqaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015 (FBC) - Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Ministira Maallaqaa Chaayinaa Liiyuu Kuun waliin Beejingitti mari'atan.
Dhimmoota tumsa…
Pireezidaanti Shimallis magaalaa Shaggar ifatti hojii eegalchiisan
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa fi Hoggantoonni olaanoo Naannoo Oromiyaa Magaalaa Shaggar ifatti hojii…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona 102 godina Booranaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015 (FBC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Godina Booranaatti lammiilee hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 102 deeggarsa taasiiseera.
Birrii miiliyoonni 100…
Injifannoo Adwaa waliigaltee biyyaalessaa fi ijarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf itti ifayyadamna-Jeneraal…
Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Injifannoo Adwaa waliigaltee biyyaalessaa fi ijarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf itti fayyadamna jechuun Itti Aanaan Itaamaajoor Shumii Waliigalaa Raayyaa…
Hariiroon Ityoophyaa fi Raashiyaan dameewwan garaagaraan cimaa dhufeera-Ambaasaaddar Eveegeenii…
Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Hariiroon dippiloomaasummaa seena qabeessi Ityoophyaa fi Raashiyaan dameewwan garaagaraan cimaa dhufuu Ityoophiyaatti Ambaasaddarri Raashiyaa…