Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guutiinsa Bishaan Hidha Haaromsaa itti aanuun bishaan gubbee hidhichaarraan hinyaa’u-Injiinar…
Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC)- Adeemsi guutiinsa bishaan Hidhaa Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa itti aanuu bishaan gubbee hidhichaarraan carraan yaa’uu akka hinjirre Ministirri…
Mootummaan Ingiziil miiliyoona 5.9 Waldaa Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Mootummaan Ingiiliiz Paawundii miiliyoona 5.9 Waldaa Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaaf deeggarsa taasiiseera.
Karaa Waldaa Qaxxaamura Diimaa Biriitishii…
Baankiin Misoomaa Afrikaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 104 raggaasiise
Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Baankiin Misoomaa Afrikaa dhiyeessii Anniisaa Afrikaa Bahaa fooyyeessuuf kan ool deeggarsa Doolaara miiliyoona 104 raggaasiisuu beeksiseera.…
Imaammata ce’umsa haqaarratti bakka buutoota Gamtaa Awurooppaaf ibsi taasiifame
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa fi Haqaa Imaammata ce'umsa haqaarratti bakka buutoota biyyoota miseensa Gamtaa Awurooppaa teessoo isaanii Finfinnee taasiisaniif…
Obbo Dammaqaan ergamaa addaa Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin ergamaa addaa Ministira Alaa Rippaablika Kooriyaa Kibbaa Haak…
Dooktar Abiy miidhaa Liibiyaatti qaqqabeef gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad miidhaa Liibiyaatti qaqqabe hordofee gaddi itti dhaga'amuu ibsan.
Lammiilee sababa balaa lolaa mudateen…
Guyyoota10n jalqabaa Baatii Fulbaanaa keessa haalli qilleensaa jiraatu hojii qonnaaf mijataa…
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Guyyoota kurnan jalqabaa Baatii Fulbaanaa keessa haalli qilleensaa jiraatu hojii qonnaaf mijataa ta'uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Aanaa Gursumii fi Magaalaa Cirootti barattota maatii harka qalleeyyiif deeggarsi taasiifame
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) –Godina Harargee Bahaa Aanaa Gursumii fiHarargee Lixaa Magaalaa Cirootti barattoota maatii harka qalleeyyii kuma 3 oliif deeggarsi meeshaalee barnootaa…
Dirre Dhawaatti gurgurtaa Kitaaba dhaloota Ida’amuurraa argameen Manni Kitaabaa ijaaramuuf
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Dirre Dhawaatti galii gurgurtaa Kitaaba dhaloota Ida’amuurraa argame Birrii miiliyoona 100n Mana Kitaabaa ijaaramuuf dhagaan Bu’uuraa kaa’ame.…
Miseensonni boordichaa Qajeelcha ajaja waliigalaa labsii yeroo ariifachiisaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Miseensonni Boordii Qorannoo Raawwii labsii yeroo ariifachiisaa hoggantoota Qajeelcha Ajaja Waliigalaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa waliin mari’ataniiru.…