Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ajajni Waliigalaa Labsii Yeroo Ariifachiisaarraa kenname
Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Ajajnii Qajeelcha Waliigalaa Labsii yeroo Yeroo Ariifachiisaa Kaampii Ugguraa akka hinqabne beeksise.
Qajeelchichi hanga ammaatti bakkoota tursiisaa…
Hoggaantootaa fi miseensotaa Poolisii miidhamaan wal’aansaarra jiraniif kennaan ayyaanaa kenname
Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Nageenya mirkaneessuuf gotummaan utuu falmanii midhaan irra gahuun wal’aansarratti kanneen argaman hoggantootaa fi miseensota Poolisiif kennaan ayyaanaa…
Itiyoophiyaanonni biyyoota garaagaraa jiraatan ayyaana bara haara kabajaa jiru
Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaanonni biyyoota addunyaa garaagaraarraa jiraatan waajjiraalee qonsilaa fi embaasiiwwanitti bara haaraa kabajaa jiru.
Jijjiirraan bara haaraa…
Dooktar Abiy fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyachoon maaddii qoodan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon maaddii qoodaniiru.
Dooktar Abiyii fi Giiftii Duree Zinnaash…
Dura Taa’aan Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakiin ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)-Dura Taa'aan Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat fi Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon bara…
Pireezidaantiin naannoo Amaaraa ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Gaaffilee ummataa…
Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Manni Maree waloo Paartilee siyaasaa Itiyoophiyaa ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.
Manni marichaa barri haaraan…
Pireezidaanti Saahilawarq ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Barri haaraan ummata biyyattii maraaf bara…
Obbo Adam Faarahiin ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Dursaa Itti Aanaan Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faarahiin bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Wayita…
Guutinsi Bishaanii HGHI marsaa 4ffaan milkiin xumuramuun kennaa bara haaraa Itiyoophiyaanootaati –…
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Piroojektiin Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa Piroojektii fayyadamummaa waloo biyyoota yaa’ichaa mirkaneessu ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa…