Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Shimallis magaalaa Shaggar ifatti hojii eegalchiisan
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa fi Hoggantoonni olaanoo Naannoo Oromiyaa Magaalaa Shaggar ifatti hojii…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona 102 godina Booranaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015 (FBC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Godina Booranaatti lammiilee hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 102 deeggarsa taasiiseera.
Birrii miiliyoonni 100…
Injifannoo Adwaa waliigaltee biyyaalessaa fi ijarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf itti ifayyadamna-Jeneraal…
Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Injifannoo Adwaa waliigaltee biyyaalessaa fi ijarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf itti fayyadamna jechuun Itti Aanaan Itaamaajoor Shumii Waliigalaa Raayyaa…
Hariiroon Ityoophyaa fi Raashiyaan dameewwan garaagaraan cimaa dhufeera-Ambaasaaddar Eveegeenii…
Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Hariiroon dippiloomaasummaa seena qabeessi Ityoophyaa fi Raashiyaan dameewwan garaagaraan cimaa dhufuu Ityoophiyaatti Ambaasaddarri Raashiyaa…
Yaa’iin waggaa gorsitoota Shari’aa Ityoophiyaa jalqabaaf gaggeeffame
Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Waldaan Ogeeyyii Faayinaansii Dhalarraa Bilisaa Ityoophiyaa, Yaa’ii Ulaamaa’otaa Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa waliin ta’uun…
Baankiin misoomaa Afrika damee qonnaa Ityoophiyaa guddisuu fi cimsuuf deeggarsa taasisaa…
Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Baankiin misoomaa Afrikaa damee qonnaa Ityoophiyaa guddisuu fi bu’uuraalee misoomaa cimsuuf deeggarsa taasisaa jiraachuu Pireezidaantii Baankichaa…
Waltajjiin hirmaannaa diyaaspooraa Oromoo cimsuu gaggeeffame
Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Invastimantii fi misoomaarratti hirmaannaa Diyaaspooraa Oromoo cimsuuf waltajjiin xiyyeeffate galma Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo…
Pirojektiin bishaan dhugaatii Magaalaa Bidiree Birri miiliyoona 315’n ijaaramaa jiru %15’rraa…
Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Pirojektiin bishaan Dhugaatii Magaalaa Bidiree Birri miiliyoonaa 315’n ijaaramaa jiru %15’rraa ga’uu Biiroo Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa ibse.…
Obbo Ahimad Shideen Ittaanaa Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa waliin Mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Ittaanaa Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Deengi Lii Eel waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniinis,…
Magaalaa Shaggaritti Paarkiin Magariisummaa hojjetamaa jiru daawwatame
Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Magaalaa Shaggaritti paarkiin magariisummaa hirmaannaa abbootii qabeenyaan hojjetamaa jiraachuu Bulchiinsi Magaalichaa ibse.
Ifatti hundeeffamuu…