Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantoonni naannolee garaagaraa erga baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantoonni naannolee garaagaraa ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Pireezidaantiin naannoo Giddugaleessa…
Jilli Obbo Abdulhaakim Muluun durfamu Aanaa Ada’aatti Ijaarsa Mana Barumsaa Bu’uura boruu…
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaa Kilaastara Hawaasumma Oromiyaa Obbo Abdulhaakim Muluun durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada’aatti…
Naannoon Sidaamaa bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtootaa kuma 1 fi 205f dhiifama taasiise
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Naannoon Sidaamaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtootaa seeraa kuma 1 fi 205f dhiifama taasiise.
Sirreeffamtoota keessaa 12 dubartootaa…
Abbootiin amantaalee garaagaraa erga baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Abbootiin amantaalee garaagaraa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.
Pireezidaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa…
Itiyoophiyaan bu’aa ba’ii keessatti moo’achaa imala ishee itti fufti – MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Eeyyama waaqayyoon bara 2015…
Afyaa’iin Caffee Oromiyaa ergaa baga ittin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)- Ummanni Oromoofi Itiyoophiyaa hundi bara haara 2016 baga nagaan geessan jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan.
Adde Sa’aadaan…
Bulchiinsi Magaalaa Shaggar ayyaana bara haaraa sababeeffachuun deeggarsa adda addaa taasiise
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Ayyaana bara Haaraa sababeeffachuun Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti deeggarsa adda addaa taasiiseera.
Kutaan Magaalichaa…
Kaabineen naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa walga’ii jalqabaa gaggeesse
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Kaabineen naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa walga’ii jalqabaa magaalaa Hoosaa’iinaatti gaggeesseera.
Walga’ii gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti…
Waan fayyadu cimsuun bara haaraa simachuu qabna – Abunee Maatiyaas
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Itiyoophiyaa qulqulluu Abune Maatiyaas bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Waloomni eenyummaa kaleessaa, Birmadummaa har’aa, carraa boruuti-TKM
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)- Waloomni eenyummaa kaleessaa, birmadummaa har’aa, carraa boruuti jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Tajaajilichi har’a Guyyaa Waloomaa…