Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koorporeeshinichi sanyii filatamaa kuntalaa kuma 219 walitti qabe
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)-Bara oomishaa 2014/15 lafa hektaara kuma 15 ol sanyiin uwwifame irraa sanyii filatamaa kuntaala kuma 219’tti dhiyaatu walitti qabuu Koorporeeshiniin…
Komishinar Lalisee Nameen hoggantoota dhaabbilee Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015(FBC)- Komishinarri Kimishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Beejiingitti hoggantoota dhaabbilee Chaayinaa waliin mari’ataniiru.
Komishinar…
Biyyoonni yaa’a laga Abbayyaa itti fayyadama waloo laga Abbayyaarratti waliigalteerra gahuu qabu-…
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015(FBC)- Biyyoonni yaa’a laga Abbayyaa itti fayyadama waloo laga Abbayyaarratti waliigalteerra gahuu akka qaban Ministirri Ministeera Bishaaniifi Inarjii Dooktar…
Eeyyamni ijaarsa gamoo namoonni sadii irraa kufuun lubbuun darbanii uggurame
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti eeyyamni gamoo ijaarsarra utuu jiruu kaleessaa namoonni sadii irraa kufuun lubbuun darbanii ugguramuu Abbaan Taayitaa To’annoo…
Jilli Injinar Haabtamuu Taganyiin durfamuu ijarsaa Daandii Aspaaltii Jimmaa-Aggaarroo-Dhiidheessaa…
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015(FBC)- Jilli Minisitra Ministeera Albuudaa Injinar Haabtamuu Taganyiin durfamuu ijarsaa Daandii Aspaaltii Jimmaa-Aggaarroo-Dhiidheessaa daawwateera.…
Ministirri Maallaqaa garee tumsitota misoomaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015 (FBC)- Ministirri Maallaqaa gareewwan tumsitoota misoomaa waliin mari’ataniiru.
Marichas Obbo Ahimad Shidee, Ityoophiyaa, Ertiraa, Sudaan Kibbaa fi…
Indaastiriiwwan oomishaaf deeggarsaa faayinaansii taasisuun oomishtummaa guddisuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015 (FBC)- Indaastiriiwwan oomishaaf deeggarsa faayinaansii taasisuun oomishtummaa guddisuun barbaachisaa ta’uu Ministeerri Indaastirii ibse.
Ministeerichi,…
Komishinar Laliseen Daayrektara Ejensii Babal’isa Invastimantii Ministira Daldalaa Chaayinaa waliin…
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015 (FBC)- Komishinarri Koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Daayrektara Ejensii babal’isa Invastimantii Ministiraa Daldalaa Chaayinaa Liyuu…
Yaa’iin Gamtaa Afrikaa milkaa’aafi Ityoophiyaan ejjennoo ishee kan itti mul’iste ture- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015(FBC)- Yaa’iin Gamtaa Afrikaa milkaa’aafi Ityoophiyaan ejjennoo ishee kan itti mul’iste ture jedhan Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Mallas…
Xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 3.4 raabsama jiraachuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015 (FBC)- Bara oomishaa 2015/16’f xaa’oo alaarraa gale keessaa kuntaalli miiliyoonni 3 fi kumni 460 fi 526 yuuniyeenootaaf raabsamaa jiraachuu Korpooreshiniin…