Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoleetti guyyaan oomishtummaa sirnoota garaagaraatiin kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Har’a Guyyaan Oomishtummaa mata duree “Shamattummaarra gara Oomishtummaatti” jedhuun naannolee garaagaraatti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.
Haaluma…
Biyya ceesisuuf oomishtoota uumuun jalqabameera-TKM
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Dachaa oomishuun biyya keessaa fi gabaa biyyaa alaaf kan dhiyeessan, damee indaastirii oomishaarratti bobba’uun oomisha isaanii kan dhiyeessanii fi gibira…
Jimmaatti Guyyaa Oomishtummaatti gaagurri kumni 1 qonnaan bultootaaf raabsame
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Magaalaa Jimmaa gandoota garaagaraatti Qaammee 4 “Guyyaa Oomishtummaa” sababeeffachuun gaagura ammayyaa kuma 1 ol ta'u qonnaan bultoota adda dureef…
Bilisummaa dhugaa gonfachuuf haa oomishnu-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Bilisummaa dhugaa gonfachuuf haa oomishnu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Guyyaa Oomishtummaa sababeeffachuun Ministiroonni warshaalee daawwatan
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Qaammee 4, Guyyaa Oomishtumma mata duree “Shamattummaarraa gara Oomishtummaatti” jedhuun kabajamaa jiru sababeeffachuun Ministiroonni warshaalee…
Aadde Adaanech Giddugala gurgurtaa fi kuusaa oomisha qonnaa eebbisiisan
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Kaantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Qaammee 04 Guyyaa Oomishtummaa sababeeffachuun giddugalaa gurgurtaa fi kuusaa oomishaalee…
Afrikaatti fayyadamummaa Haqa qabeessaa lammiilee mirkaneessuun nageenya waaraa mirkaneessuuf…
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)- Afrikaatti fayyadamummaa haqa qabeessaa lammiilee mirkaneessuun nageenya waaraa mirkaneessuuf biyyoonni walta’iinsaan hojjechuu akka qaban Ittaanaan Muummee…
Dooktar Abiy Ahimad Guyyaa Gaarummaa Sababeeffachuun maaddii qoodan
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon, Guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun maaddii qoodaniiru.
Dooktar Abiy…
Walta’iinsi loltummaa Itiyoophiyaa fi Afrikaa Kibbaa cimee kan itti fufu ta’uun ibsame
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC)- Walta’iinsi loltummaa akkasumas muuxannoo waljijjiirraan Itiyoophiyaa fi Afrikaa Kibbaa cimee kan itti fufu ta’uu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa…
Barattoonni sababa rakkoo nageenyaan qormaata kutaa 12ffaa hin qoramne Fulbaana 8, 2016 eegalee kan…
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Barattoonni sababa rakkoo nageenyaan qormaata kutaa 12ffaa hin qoramne Fulbaana 8, 2016 eegalee kan qoraman ta’uu Tajaajilli Maaddaallii Barnootaa fi…