Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hariiroon dhaloota gidduu jiruf itti fufiinsa qabaachuu qaba – Pire. Saahilawarq
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) ¬– Qaammeen 5, Guyyaan Dhalootaa mata duree ‘Itiyoophiyaa Ida’ama dhalootaa’ jedhuun Yuunivarsiitii Finfinneetti kabajameera.
Pireezidaantii FDRI…
Oromiyaatti Qaammeen 5, Guyyaan dhalootaa sagantaalee adda addaan kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) ¬– Oromiyaatti Qaammeen 5, Guyyaan dhalootaa mata duree ‘Egereen keenya kununsa dhaloota har'aan milkaa'a!’ jedhuun sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.…
Humni waloomeefi irreen gamtoome injifataadha! – MNO
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) ¬– Mootummaan Naannoo Oromiyaa Guutinsa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa marsaa 4ffaa fi xumura milkiin xumuramuu hordofee ergaa baga gammaddanii…
Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa Marsaa 4ffaan milkiin xumurame
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) ¬– Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guutinsi Bishaanii Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa Marsaa 4ffaan milkiin xumuramuu ibsan.
Hojii…
Dhaloonni har’aa dhaaltuu dhaloota kaleessaati, boru ammoo boru dhaloota har’aan…
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Qaammee 5, Guyyaa Dhalootaa ilaalchisee ergaa dabarseera.
Qaammeen 5, Guyyaan dhalootaa mata duree 'Itiyoophiyaa…
Itiyoo Teelekom tajaajila Neetiwoorkii Moobaayilaa Dhaloota 5ffaa eegalchiise
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Itiyoo Teelekom tajaajila Neetiwoorkii Moobaayilaa Dhaloota 5ffaa (5G) har’a eegalchiise.
Addabaabayii Michummaatti sagantaa jalqabsiisa tajaajilichaa…
Oromiyaan fakkeenya badhaadhinaa naannolee fi utubaa Itiyoophiyaa akka taatuuf hojjechaa jirra-Pir.…
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Oromiyaan fakkeenya badhaadhinaa naannolee fi utubaa Itiyoophiyaa akka taatuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannoo oromiyaa Obbo…
Walharkaa fuudhiinsi Maashinaroota suphaa daandiif oolan 79 taasifame
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Deeggarsa Mootummaa Jaappaaniin kan bitaman walharkaa fuudhiinisi konkolaattootaa fi Maashinaroota suphaa daandiif olaan 79 taasifamuu Kantiibaan Magaalaa…
Aanaa Lumeetti Oomishaaleen garaagaraa daawwataman
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Qaammee 4 Guyyaa Oomishtummaa sababeeffachuun Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti hoggantoonnii fi seektaroonni misooma baadiyyaa akkasumas hojjettoonni…
Roobeetti Pirojektoonni Birrii miiliiyoona 265’n ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Qaammee 4, 2015(FBC)-Magaalaa Roobeetti pirojektoonni Birrii miiliyoona 265 ijaaraman eebbifamaniiru.
Pirojektoonni Kunneen Magaalaattii giddugala daldalaa fi turiizimii…