Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan Wareegamaa Dirree Dhawaatti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC)- Qaammeen 2, Guyyaan Wareegamaa, Magaalaa Dirree Dhawaatti mata duree “Biyyaa Wareegamaan Ijaaramtu” jedhuun kabajamaa jira.
Guyyicha ilaalchisuun…
Tajaajila Fayyaa bu’a qabeessa kan taasisu tajaajilli waraqaa eenyummaa biyyaalessaa hojiirra oole
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Kenniinsa tajaajila Fayyaa saffisaa fi bu’aa qabeessa kan taasisu tajaajilli warqaa eenyummaa biyyaalessaa hojiirra ooluu Ministeerri Fayyaa beeksise.…
Bara barnootaa 2016tti barattoota miiliyoona 11fi kuma 400 ol simachuuf qophiin taasifame –…
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2016tti barattoota miiliyoona 11fi kuma 400 ol simachuuf qophiin taasifamuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksiseera.…
Ruuzii lafa hektaara miiliyoona 1 irratti faca’eef kunuunsi barbaachisu taasiifamaa jira…
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Ruuzii lafa hektaara miiliyoona 1 irratti faca'eef kunuunsi barbaachisu taasiifamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Biiroon Qonnaa Oromiyaa…
Magaalaa Hararitti balaan Ibiddaa mudate qabeenyarra miidhaa qaqqabsiise
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Magaalaa Harar iddoo Balbala Shawaa jedhamuun waamamutti balaa Ibiddaa mudateen qabeenyarra miidhaan qaqqabuu ibsameera.
Naannawaan kun lammiilee…
Naannolee Oromiyaa fi Afaariif deeggarsi Ambulaansii taasifame
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Fandii Qorannoo Ummataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi deeggarsa Maallaqaa Mootummaa Siwiidiin irraa argameen Deeggarsi Ambulaansota 5 Biiroolee…
Itiyoophiyaan eegumsa fayyaa sadarkaa jalqabaan bu’aa jajjabeessaa galmeessiteetti-Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Itiyoophiyaan tajaajila eegumsa fayyaa sadarkaa jalqabaaf xiyyeeffannaa kennuun damichaan bu’aa jajjabeessaa galmeessuu Ittaanaan Muummee Ministiraa fi…
Barsisoota waggoota 40 ol tajaajilaniif sirni beekkamtii kennuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Barsiisoota waggoota 40 ol tajaajilaniif sirni beekkamtii kennuu gaggeeffamaa jira.
Sirnicharratti Kantiibaa Magaalaa Finfinnee…
Wayita tajaajillu abdii borii biyya keenyaa yaadaa haa ta’u-Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Wayita tajaajillu abdii borii biyya keenyaa yaadaa haa ta’u jedhuun Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluun ibsan.…
Gootummaan biyya tajaajiluu caalu hinjiru-MM Dooktar Abiy
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Gootummaan biyya tajaajiluu caalu hinjiru jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy Ahimad gootota waggoota 38 ol dhaabbilee…