Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Galmi misooma Suluulaa diinagdee Oromiyaa utubuudha – Obbo Eeliyaas Kadir
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC) – Galmi misooma Suluulaa diinagdee Oromiyaa utubuu ta’uu Itti Aanaa Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eeliyaas Kadir ibsan.
Jilli Obbo…
Dhimma faayidaa waloo Oromummaarratti walii galuun barbaachisaadha – Obbo Fiqaaduu Tasammaa
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC) – Dhimma faayidaa waloo Oromummaarratti walii galuun barbaachisaa ta’uu Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu…
Pireeziaantiin Giinii Bisawuu Umaar Sisoolaa Imbaaloo Inistiitiyuutii Artifiishaal intalajansii…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Giinii Bisawuu Umaar Sisoolaa Imbaaloo Inistiitiyuutii Artifiishaal Intalajansii Ityoophiyaa daawwataniiru.
Daawwannaa…
Faanaa Biroodkaastiing Koorporeetiifi Yuuniivarsiitiin Odaa Bultum waliigaltee waliif mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Faanaa Biroodkaastiing Koorporeetiifi Yuuniivarsiitiin Odaa Bultum waliigaltee waliin hojjechuu isaan dandeessisu guyyaa har’aa waliif…
Muusaa Faakii Mahaammat Barreessaa Olaanaa DhMG Antooniyoo Guutareez waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC) – Komishanarri Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin…
Obbo Shimallis Abdiisaan gabaasa raawwii hojiilee MNO baatiiwwan ja’an darbanii dhiyeessaa jiru
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Pireezidantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan gabaasa raawwii karoora hojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa baatiiwwan ja'an darbanii…
Yaa’iin Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa Caffee Oromiyaa eegale
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Yaa’iin Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa Bara Hojii Caaffee 6ffaa Caffee Oromiyaa Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa'icha…
Abbootiin qabeenyaa Paakistaan Ityoophiyaatti damee fayyaarratti akka bobba’an filmaanni…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa Paakistaan Ityoophiyaatti damee fayyaarratti akka bobba’an filmaanni invastimantii dhiyaateeraafi.
Ityoophiyaan filmaatawwan…
Pireezidaantiin Naayijeeriyaa fi Keeppi Vardee yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC) – Hoggantoonni Biyyoota Garagaraa Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 36ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galuu itti fufaniiru.
Pireezidaantiin Naayijeeriyaa…
Antooniyoo Guutareez Yaa’ii Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galan
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2015 (FBC) - Barreessaa olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 36ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…