Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Arsiitti Tajaajilli Loon mala namaan al tokkotti Loon hedduu diqaalomsuu eegalame
Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsiitti Tajaajilli Loon Mala namaan al tokkotti Loon hedduu diqaalomsuu…
Godina Booranaa Bahaa Aanaa Areerootti piroojektoonni Finnaa eebbifaman
Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC) – Godina Booranaa Bahaa Aanaa Areerootti piroojektoonni Finnaa bishaan roobaa meetir kuubii miiliyoona 17 qabachuun lafa hektaara kuma 1 misoomsuu danda’u…
Gaaffilee Uummataa deebisuuf hoggansi murannoon hojjechuu qaba – Obbo Xilahuun Kabbadaa
Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC) – Gaaffilee Uummataa deebisuuf hoggansi murannoon hojjechuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Obbo Xilahuun Kabbadaan ibsaniiru.…
Yaa’iin jijjiirama qabeenya Qilleensaa Afrikaa eegalame
Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC) – Yaa’iin jijjiirama qabeenya Qilleensaa Ministiroota Afrikaa bara 2023 Keeniyaa Naayiroobiitti eegalameera.
Yaa’ichi mata duree ‘Humna Keenya Guddina…
Atileet Lattasanbat sa’aatii saffisaa 4ffaa galmeessite
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)- Atileet Lattasanbat Giday fiigicha meetira kuma 5 dubartootaa Barliinitti gaggeeffameen sa’aatii saffisaa 4ffaa galmeessiteetti.
Fiigicha kanarratti…
Daldala beeyladoota dhaabbii saffisiisuuf buufataaleen mirkaneessa fayyummaa shan ijaaramuufi
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)- Daldala beeyladoota dhaabbii Itiyoophiyaa saffisiisuuf buufataaleen tursiisaa fi mirkaneessa fayyummaa beeyladootaa shan ijaaramuuf ta’uu Ministeerri…
Baaleetti tuuristoota godinicha daawwataniirraa galiin Birrii miiliyoona 78 ol argame
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)- Bara 2015’tti Godina Baaleetti turistoota biyya keessaa fi alaa godinicha daawwatanirraa galiin Birrii miiliyoona 78.5 ol argamuu Waajjirri Aadaa fi…
Dhimmoota biyyaalessaa irratti waliigaltee uumuun Itiyoophiyaa ijaaruu qabna-Obbo Taayyee Danda’aa
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)- Dallaa garaagarummaa keessaa ba’uun dhimmoota biyyaalessaa murteessoo irratti waliigaltee uumuun Itiyoophiyaa waloon ijaaruun itti gaafatama hunda keenyaa…
Manni barumsaa Samaraatti ijaarre siidaa yaadannoo dhaloota beekumsaan gahoomsuuf qabnuuti-Pir.…
Finfinnee Hagayya 28, 2015 (FBC)- Manni barumsaa wanuma qabnurraa hir’isuun Samaraatti Ijoollee Afaariif ijaarre, siidaa yaadannoo murannoo dhaloota beekumsaan gahoomsuu irratti qabnuu ta’ee…
Ministeerri Dhimma Alaa Naannoo Harariitti tola ooltummaa Gannaa eegalchiise
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa Naannoo Harariitti hojii tola ooltummaa Gannaa jalqabsiiseera.
Ministeerichi naannichatti meeshaalee barnootaa deeggarsa…