Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daawwannaan Pireezidaanti Biin Zaayid Ityoophiyaatti taasiisan hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti…
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Daawwannaan Pireezidaantiin Emireetoota Araba Gamtoomanii Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan Ityoophiyaatti taasiisan hariiroo dippiloomaasii biyyoota…
Bara baajatichatti ijaarsi piroojektiiwwan bu’uuraalee misooma Jallisii 1000 ol xumurame –Injinar…
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Bara baajatichatti ijaarsi piroojektiwwan bu’uuraalee misooma Jallisii 1080 xumuramuu Ministirri Ministeera Jaallisii fi Naannawaa Gammoojjii Injinar…
Raayyaan Ittisaa Ityoophiyaa gumaacha Somaaliyaatti nageenya buusuuf taasiiseef beekkamtiin laatame
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Ityoophiyaa Gamtaa Afrikaa jalatti Somaaliyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf gumaacha taasiiseef beekkamtiin laatameefira.…
Chaayinaan ergaa gammachuu Ityoophiyaaf dabarsite
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Mootummaan Chaayinaa Miseensaa BRICS ta’uu Ityoophiyaan ergaa baga gammaddanii dabarse.
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Za’oo Zhiyu’aan…
Ityoophiyaan Miseensa BIRICS ta’uun taatee seena qabeessa-MM Dooktar Abiy
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan Miseensa BIRICS ta’uun taatee seena qabeessa jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Yaa’ii BRICS 15’ffaa Afrikaa Kibbatti…
Ityoophiyaan BIRCS’tti makamte
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan garee 'BRICS’tti miseensummaan makamuun ibsame.
Yaa’iin biyyoota 'BRICS’ jedhamanii 15ffaan Afrikaa Kibbaatti gaggeeffamaa jira.…
Yaa’iin Barnootaa Finfinnee eegale
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Yaa’iin Barnootaa Finfinnee, bara barnootaa 2016 mata duree “Hirmaannaa hunda galeessaa fooyya’insa sadarkaa dhaabbilee barnootaa” jedhuun gaggeeffamuu…
DhFA Koomiishinii Haaromsa Biyyaalessaa haala deeggaruun danda’amu mari’ate
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)-Koomiishinarri Koomiishinii Haaromsa Biyyaalessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ityoophiyaatti Itti Aantuu Bakka Buutuu Dhaabbata Fayyaa Addunyaa, Dooktar…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa laate
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ce'umsa muudama hooggansaa fi ramaddii haaraa taasiseera.
Bara 2015 keessa gamaaggama taasiiseen ciminootaa fi…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Afrikaa Kibbaatti Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin dhimmoota waloorratti mari'ataniiru.…