Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddaroonni biyyoota Afrikaa Ityoophiyaatti argaman Akkaadaamii Hoggansaa Afrikaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015(FBC)- Ambaasaaddaroonniifi hoggantoonni olaanoon biyyoota Afrikaa Ityoophiyaatti argaman Akkaadaamii Hoggansaa Afrikaa daawwataniiru.
Pireezidaantiin…
Qormaanni ba’iinsaa yuunivarsitiiwwanii Adoolessa dhufu oonlaayiniin kennama-Ministeericha
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Qormaanni ba’iinsaa Dhaabbilee Barnoota Olaanoo baatii Adoolessaa dhufu oonlaayiniin kan kennamu ta'uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministir…
Finfinneetti balaa ibiddaan lubbuun haadhaa fi daa’imaa darbe
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Gulaalee Aanaa 3 Bakkaa Addaa Manaan jedhamuutti, balaa ibiddaa mudateen lubbuun namoota lamaa darbe.
Balichi mana…
Qaamoleen hokkoraa fi Jeequmsa uumuuf hiriira yaaman gochaa seeraan alaarraa of qusachuu qabu…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015 (FBC) – Humni Waloo Nageenyaa haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera.
Humni Waloo Nageenyaa taatee tibbana adeemsaa mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa…
Lafa Oromiyaa hunda iddoo tokkootti teeknolojiin to’achuuf hojjetamaa jira – BLO
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015 (FBC) – Naannoon Oromiyaa, lafa naannichaa hunda iddoo tokkotti teeknoloojiin to’achuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon Lafa Oromiyaa beeksise.
Oromiyaa…
Hojiileen qophii duraa Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa daawwatame
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015 (FBC) – Koreen qophii Biyyaalesaa hojiilee qophii duraa Yaa’ii Idilee Hoggantoota Gamtaa Afrikaa daawwateera.
Hanga ammaatti hojiileen qophii duraa haala…
MM Abiy Ahimad haala yeroo biyyaalessaa irratti hoggantoota olaanoo waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 1 , 2015 (FBC)-Muummeen Ministraa FDRI Abiy Ahimad haala yeroo biyyaalessaarratti hoggantoota olaanoo Mootummaa waliin mari’achuu Waajjirri Muummee Ministiraa ibseera.…
Dhaabbanni Alchiisoo jedhamu horsiisee bultoota Booranaaf deeggarsa midhaan nyaataa taasiise
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Alchiisoo jedhamu horsiisee bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miliyoona1.5 ta’u gumaacheera.…
Magaalaa shaggar magaalaa hawwattuufi foolii Oromummaa urgooftu taasisuuf hojjetamaa jira – Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar kutaa magaalaa malkaa noonnootti hojiin guyyoota 100 keessatti raawwatamaa turan daawwatamaniiru.
Bulchiinsa…
Milkaa’inoonni baatiiwwan 6 darbanitti argaman akka itti fufaniif xiyyeeffannoon ni hojjetama- Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015(FBC)- Naannoo Afaaritti milkaa’inoonni baatiiwwan 6 darbanitti gama nageenyaafi misoomaan argaman akka itti fufaniif xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu…