Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Michummaa Ityoophiyaa fi Xaaliyaanii cimsinee itti fufsiisna-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC)- Hariiroon Ityoophiyaa fi Xaaliyaanii baroota kan lakkoofsisee fi bu'aa qabeessa ta'uu Muummeen Minitiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen Ministiraa…
Foolii fi Aarri Warshaa Simmintoo Kuyyuu miidhaa nurraan ga’aa jira – jiraattoota Aanaa Kuyyuu
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Foolii fi Aarri warshaa Simmintoo Kuyyuu keessaa ba’u rakkoolee garaagaraaf isaan saaxiluu jiraattoonni aanaa Kuyyuu komatan.
Foolii fi Aarri warshicha…
Ityoophiyaan Waltajjii Invastimantii Albuudaa Afrikaa Kibbaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa…
Finfinnee, Amajjii 29, 2015(FBC)- Ityoophiyaan Waltajjii Invastimantii Albuudaa mata duree “Indaba” jedhuun Afrikaa Kibbaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiraachuu ibsameera,…
Baatiiwwan ja’an darbanitti dhiyeessii bishaaniin bu’aa olaanaan galmaa’eera-Ministeericha
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darbanitti dhiyeessii bishaaniin bu’aa olaanaan galmaa’uu Ministeerri Bishaanii fi Inarjii beeksise.
Ministeerichi raawwii baatiiwwan…
Ministeerri Dhimma Alaa miidhaa kirkira lafaa Turkiitti qaqqabeen gadduu ibse
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa kirkira lafaa Turkii Kibbaatti har’a ganama mudateen lubbuun darbuu, madaa’uu fi qabeenyi manca’uu ilaalchisee gadda itti…
Aadde Adaanech Hoji Raawwachiisaa Inistiitiyuutii Qabeenyaalee Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee hoji raawwachiisaa Inistiitiyuutii Qabeenyaalee Addunyaa Anii Dasaaguupataa fi garee jilaa isaanii…
Naannoo Kibbaatti murtee ummataa gaggeeffamuun mirgi namoomaa akka hinsarbamne KMNI ogeeyyii…
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC)- Naannoo Kibbaatti murtee ummataa gaggeeffamuun mirgi namoomaa akka hinsarbamne hordofuuf Koomishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa ogeeyyii bobbaasuu…
Obbo Dammaqaa Makonnin magaalaa Dasseetti piroojektoota garaagaraa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 29, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin naannoo Amaaraa magaalaa Dasseetti Piroojektoota garaagaraa…
Oromiyaatti barattoonni miiliyoonni 4.7 fayyadamtoota tajaajila nyaata barattootaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 29, 2015(FBC)- Naannoo Oromiyaatti barattoonni miiliyoonni 4.7 fayyadamtoota tajaajila nyaata barattootaa ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Barattoonni…
Dhiyeessiin humna elektirikaa sababa walitti bu’iinsaan addaan cite ture %99 deebi’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 29, 2015(FBC)- Dhiyeessiin humna elektirikaa sababa walitti bu’iinsaan addaan cite ture %99 gara tajaajilaatti deebi’uu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa beeksise.…