Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Obbo Ashaadilii Hasaniin durfamu hojiilee misoomma maaddii guutuu daawwate
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) –Jilli Pireezidaantii naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasaniin durfamu hojiilee misoomma maaddii guutuu naannichatti hojjetamaa jiran…
UAE’n hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu guddisuuf kutannoo qabaachu mirkaneessite
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Emereetotaa Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zayid Al Nahiyaan biyyi isaanii hariiroo gamlamee Ityoophiyaa waliin qabdu guddisuuf…
Godina Boorana Bahaatti Manneen Barnoota Idilee Duraa 34 ijaaramaa jiru
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) - Godina Boorana Bahaatti Manneen Barnootaa Bu’uuraa Boruu 34 baasii Birrii miiliyoonaa 464’n ijaaramaa jiraachuu Waajjirri Barnoota godinichaa ibse.…
Oromiyaatti qorannoo fi dizaayiniin pirojektoota jallisii fi hidhaa raawwatameera-Ministeericha
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti Qorannoo fi dizaayiniin pirojektoota misooma hidhaa fi jallisii sadii lafa hektaara kuma 44 ol uwwisanii bara 2015 hojjetamuu…
Hojiin xaa’oo bitame biyya alaarraa galchuu xumurame
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC)-Bara oomishaa 2015/16’f xaa’oo alarraa bitame kuntaalaa miiliyoona 13 fi kuma 975 fi 520 gara biyyaatti geejjibsiisuun xumuramuu Koorporeeshiniin hojiilee…
Manneen 74 fi konkolaattonni 160 dhorkamuu fi Birrii miiliyoonni156 ol mootummaan dhaalaman –…
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Bara baajataa 2015 Manneen 74 fi konkolaattonni 160 seeraan ala qabamanii turan dhorkamuu fi Birrii miiliyoonni 156 ol mootummaan dhaalamuu Ministeerri…
Bara 2016 keessa adeemsa baruu fi barsiisuu karaa guutuu ta’een eegaluuf qophii ga’aan…
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Bara barnootaa 2016 keessa adeemsa baruu fi barsiisuu karaa guutuu ta'een eegaluuf qophii ga'aan taasiifamaa jiraachuu Waajjirri Barnootaa Bulchiinsa…
Gaaffileen kamiyyuu deebii kan argatan nageenyaaf dursa kennuunii-Dooktar Sammaa Xurunaa
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Gaaffiileen kamiyyuu deebii kan argatan walitti bu’iinsaa fi jeequmsa uumuun osoo hintaane nageenyaaf dursa kennuun akka ta’e Sadarkaa Itti Aanaa…
Indaastiraalaayizeeshiniin Ityoophiyaatti mul’achaa jiru jajjabeessaadha- Hayyoota Chaayinaa
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Indaastiraalaayizeeshiniin Ityoophiyaatti mul'achaa jiru jajjabeessaa ta’uu hayyoonni Yuunivarsiitii Chaayinaa Peekiingi ibsan.
Hayyoonni kunneen…
Federeeshiniiwwan idil addunyaa Aadde Adaanechiif beekkamtii kennan
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti maarshaal aartii babal’isuun, bakkeewwan shaakala ispoortii fi ijaarsa giddugaloota ga'umsa dargaggootaaf gumaacha olaanaa…