Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa tiraafikaan miseensota maatii tokko 3 dabalatee lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Hagayya 7, 2015 (FBC)-Magaalaa Miilleetti balaa tiraafikaa mudateen miseensota maatii tokko 3 dabalatee lubbuun namoota ja’a darbuu Naannoo Afaaritti Qajeelchi Poolisii Godina…
Kitaabni “Hambaa Abbaa” eebbifame
Finfinnee, Hagayya 7, 2015(FBC)- Kitaabni Aarsaa Shinniggaa fi Seenaa gootota 11 qabate Ambotti eebbifameera.
Kitaabichi mata duree "Hambaa Abbaa" jedhuun boqonnaa 4`tti qoodamee kan…
Jimmaatti barattoota harka qalleeyyiif deeggarsii Birrii miiliyoona 4’tti tilmaamaman taasifame
Finfinnee, Hagayya 7, 2015(FBC)- Godina Jimmaatti barattoota harka qalleeyyiif deeggarsii meeshaalee barnootaa Birrii miiliyoona 4’tti tilmaamamuu taasifame.
Deegarsichis Waajira Eegumsa…
Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Arsii Lixaatti haala kunuunsa midhaanii daawwate
Finfinnee, Hagayya 7, 2015(FBC)- Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiitiin durfamu Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaatti haala kunuunsa midhaanii…
Aadde Adaanech giddugaloota gabaa oomishaalee qonnaa ijaarsi isaanii xumuramaa jiran daawwatan
Finfinnee, Hagayya 7, 2015(FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen giddugaloota gabaa oomishaalee qonnaa ijaarsi isaanii xumuramaa jiru daawwataniiru.
Aadde…
Sirrummaan odeeffannoo raaga haala qilleensaa Inistiitiyuutichaa %80 ga’uun ibsame
Finfinnee, Hagayya 7, 2015 (FBC)- Odeeffannoowwan raaga haala qilleensaa kennamaan %70-80 sirrii ta’uu qorannoon mirkaneessuu Inistiitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa ibse.…
To’annoo daldala seeraan alaa gaggeefameen Birrii biiliyoona 84 baraaruun ibsame
Finfinnee, Hagayya 7, 2015 (FBC)-Hojiilee daldaala seeraan alaa fi kontirobaandii to’achuu qindoominaan hojjetameen biyyi dhabuuf kan turte Birrii biiliyoona 84 ol baraaruun akka danda’ame…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Imaammataafi Tarsiimoo tokko lama jedhamanii lakkaawwaman qabatee…
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Imaammataafi Tarsiimoo tokko lama jedhamanii lakkaawwaman qabatee socho’a jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa…
Boru hiriirri maqa balleessii Raayyaa Ittisaa balaaleffatu ni gaggeeffama
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Dargaggoonni Ityoophiyaa boru hiriira maqa balleessii Raayyaa Ittisa biyyaa balaaleffatu gaggeessuuf ta'uu ibsameera.
Magaalaa Finfinnee dabalatee…
Dargaggoonni naannoo Tigraay ijaarsa misoomaa fi nageenyaa keessatti qooda isaanii akka ba’an…
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Dargaggoonni naannoo Tigraay ijaarsa misoomaa fi nageenyaa keessatti qooda isaanii akka ba'an Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo naannoo Tigraay Obbo…