Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoon Hararii baajata 2016 Birrii biiliyoona 4.2 ol raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Manni Marii Naannoo Hararii baajata naannichaa bara baajataa 2016 Birrii biiliyoona 4 fi miiliyoona 258 ol raggaasise.
Manni marichaa Yaa'ii idilee…
Kilaastarri Koolleejjii Poolii Teeknikaa Shaashamannee barattoota kuma 3 ol eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Kilaastariin Koolleejjii Poolii Teeknikaa Shaashamannee barattoota kuma 3 fi 33 leenjii ogummaa fi teeknikaan barsiisaa ture eebbisiiseera.…
Kilaastarri Poolii Teeknikaa Atileet Qananiisaa Baqqalaa barattoota kuma 2 fi 831 eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Kilaasterri Poolii Teeknikaa Atileet Qananiisaa Baqqalaa barattoota ogummaa garaagaraatiin gulantaa 2 hanga Digirii jalaqabaatti barsisaa ture kuma 2 fi…
Raawwiin karoora misoomaa bara 2015 Magaalaa Finfinnee gamaaggamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Gamaaggamni raawwii karoora misoomaa bara 2015 Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaamaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjichaan karoora misoomaa bara…
Naannoo Amaarratti boora’uu nageenyaa mudate furuuf mootummaan kutannoon hojjeta-TKM
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)-Naannoo Amaaraatti boora’uu nageenyaa mudatee furuuf mootummaan kutannoon kan hojjetu ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Ajajni…
Yuunivarsiitiiwwan Naannoo Tigraay baratootaa kutaa 12ffaa qormaata fudhatan simatan
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiiwwan Aksum, Addigiraat fi Raayyaan barattootaa kutaa 12ffaa qormaata fudhatan simataniiru.
Hogganaan Biiroo Barnootaa Bulchiinsa Yeroo…
Akkaadamiin Aviyeeshin barattootaa leenjisaa ture kuma 1 fi 551 eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Akkaadamiin Aviyeeshin Daandii qilleensaa Ityoophiyaa barattoota leenjisaa ture kuma 1 fi 551 eebbisiise.
Barattoota eebbifaman keessaa 891 dubartoota…
Hoggantoonni Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa Ambaasaaddara Romaaniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Hoggantoonni Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Romaaniyaa Luuliyaa Paataakii waliin dhimmoota waliin hojjechuu…
Hoggantoonni misteerichaa Magaalaa Godeetti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)-Hojjettoonnii fi hoggantoonni Ministeera jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Magaalaa Godeetti Sagantaa Ashaaraa magariisaan biqiltuu dhaabaniiru.…
Labsiin yeroo ariifachiisaa mana maree ministirootaan labsame baatiwwan jahan dhufaniif hojiirra…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Labsiin yeroo ariifachiisaa Mana Maree Ministirootaan labsame baatiwwan jahan dhufaniif hojiirra kan oolu ta'uu Minisirri Ministeera Haqaa Dooktar…