Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jijjiiramni Naqamteetti agarre abdii guddaa nutti hore – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Jijjiiramni Naqamteetti agarre abdii guddaa nutti hore jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Sammuu Afrikaa jijjiiruu, tasgabbii…
Sagantaan Misooma Koriidarii baadiyyaa jireenya qonnaan bultootaa jijjiiruu danda’u guutuu…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Sagantaan Misooma Koriidarii baadiyyaa jireenya qonnaan bultootaa jijjiiruu danda’u guutuu biyyattiitti babal’ataa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI…
Guraandhalli 12 Itiyoophiyaaf dabarsanii of kennuun murtoo guddaa ta’uu kan nu barsiisedha-…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Guyyaan yaadannoo wareegamtootaa Guraandhalli 12 Itiyoophiyaaf dabarsanii of kennuun murtoo guddaa ta’uu kan nu barsiisedha jedhan Pirezidaantiin FDRI…
Ijaarsi Loojii Ikkoo Sorgaa saffisaan raawwatamaa jira – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa Loojii Ikkoo Sorgaa Hara Sorgaarratti raawwatamaa jiru daawwataniiru.
Loojiin Ikkoo Sorgaa Hara…
Ummanni Dambi Doolloo jaalalaa fi gochaan waan tokko raawwachuu keessa isaanii jiru ajaa’iba –…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Ummanni Dambi Doolloo, keessumaa Dargaggoonni jaalala fi gochaan waan tokko raawwachuu keessa isaanii jiru ajaa’iba ta'ee argeera jedhan Ministirri…
Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa Indaastirii Qindaa’aa Nyaataa Buusaa Gonofaa Oromiyaa eegalchiisan
Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa Indaastirii Qindaa’aa Nyaataa Buusaa Gonofaa Oromiyaa eegalchiisaniiru.
Indaastirichi daakuu…
Guyyaan yaadannoo wareegamtoota waggaa 89ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Guyyaan yaadannoo wareegamtoota Guraandhalli 12 waggaan 89ffaan kabajamaa jira.
Mallattoo garbummaaf bitamuu diduu lammiilee Itiyoophiyaa kan ta'e…
Qonnaan bultoonni oomishuu qofa osoo hin taane oomisha isaanirraa sona dabalaa jiru – Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Warshaa Daakuu Waldaa Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Gibee Dhidheessaa daawwataniiru.
Qonnaan bultoonni…
Dooktar Abiy Ahimad Piroojektii misooma jallisii Arjoo Dhidheessaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala ijaarsi Piroojektii misooma jallisii Arjoo Dhidheessaa irra jiru daawwataniiru.
Piroojektichi…
Ida’amuu keenyaan milkaa’inni hedduun dhufeera- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Ida’amuu, walitti dhufuufi waliif dhiisuu keenyaan milkaa’inni hedduun dhufeera jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo…