Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo milkiin xumurame- TKM
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Sagantaan dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo milkiin xumurameera jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.
Tajaajilichi ibsa baaseen, wayita wal…
Ergaa Ministira Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa:-
Ashaaraan magariisaa keenya akka dhalootaatti kan milkeessine fi injifannoo biyyaalessaa tumsaan galmeessinedha.
Sadarkaa biyyaalessaatti kan gaggeeffame sagantaa dhaabbii biqiltuu guyyaa…
Itiyoophiyaanonni ida’amuun wanta karoorsan milkeessuu akka danda’an mul’isaniiru- Dooktar Abiy…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Sagantaa dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon Itiyoophiyaanonni ida’amuun wanta karoorsan milkeessuu akka danda’an mul’isaniiru jedhan Ministirri Muummee RDFI…
Milkaa’inni guyyaa har’aa xumura imala keenyaa akka hintaane ummanni keenya tolchee…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018( FMC)- Milkaa'inni guyyaa har'aa xumura imala keenyaa akka hintaane ummanni keenya tolchee beeka jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Itiyoophiyaan guyyaa har’aa biqiltuu miiliyoona 800 fi miiliyoona 5 ol dhaabuun riikardii cabsite-…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan guyyaa har’aa biqiltuu miiliyoona 800 fi miiliyoona 5 ol dhaabuun riikardii cabsite jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.…
Hanga ammaatti biqiltuu miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 65 ol dhaabbate- Obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Sagantaa dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 65 fi kumni 700 ol dhaabbateera jedhan Ministirri…
Biqiltuu dhabuun abdi dhaloota egeree ijaaruu dha – hirmaattota Ashaaraa Magariisaa
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC) – Biqiltuu dhaabuun madaala uumamaa eeguu bira darbee abdii dhaloota boruu dhaabuu dha jedhan hirmaattonnii sagantaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa…
Ogeeyyiin mari’attootaaf ibsa taasisan
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) – Oolmaa Guyyaa har’aa Maree Biyyaalessaan Gareen Ogeeyyii miseensota 500 irraa ijaaraman gareewwan ajandaa saddeetiif ibsa bal'aa kennaniiru.…
Lammiileen miiliyoonni 21 ol sa’aatii 8:00 keessatti biqiltuu miiliyoona 600 fi miiliyoona 50…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad lammiileen miiliyoonni 21 ol sa’aatii 8:00 keessatti biqiltuu miiliyoona 600 fi miiliyoona 50 dhaabaniiru…
Hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 700 ol dhaabbate- TKM
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Sagantaa dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 700 ol dhaabbateera jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa…