Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad hayyoota yuunivarsitii waliin mari’achaa jiru
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hayyoota yuunivarsitii waliin mari’achaa jiru.
Kanaan dura mata duree “Gahee hayyootaa Ijaarsaa Biyyaaf” jedhuun…
Dhaabbanni Awutoobisii Ambassaa fi Shaggar walitti makaman
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Awutoobisii Magaalaa Ambassaa fi Tajaajilli Geejjibaa Shaggar, Dhaabbata Tajaajila Awutoobisii Finfinnee jedhamuun dhaabbata tokkoo ta'uun…
Manni marichaa muudamoota garaagaraa MM Abiy Ahimadiin dhiyaatan mirkaneesse
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummata Walga’ii Idilee 9ffaa bara hojii 2ffaa har’a gaggeesseen muudamoota garaagaraa Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Jilli Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Jimmaa Aanaa Dedootti misooma qamadii jallisii daawwate
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) – Jilli Itti aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Jimmaa Aanaa Dedootti misooma Qamadii Jallisii daawwateera.…
Magaalaan Shaggar qonna magaalaatiin fakkeenya akka taatuuf hojjetama jira jedhame
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Bulchinsa Magaalaa Shaggar Qonna magaalaatiin fakkeenya akka taatuuf hojjetama jiraachuun ibsame.
Hoggantoonnii fi hojjettooni Magaalichaa Qonna…
Deenmaark deeggarsa misoomaa Ityoophiyaaf taasistu cimsite akka itti fuftu beeksisfte
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministiri Ministeera Dhimmaa Alaa Dammaaqaa Mokonniin, Ministira walta’iinsa misoomaa Deenmaarki fi Ministira Jiijjirama…
Balaawwan ibiddaa kaleessa mudataniin qabeenyi hedduun barbadaa’e
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee fi Magaalaa Shaggaritti guyyaa kaleessaa balaawwan ibiddaa sadii mudataniin qabeenyi hedduun barbadaa’uu Koomishiniin Hoggansa Sodaa…
Baatiwwan 6’n darban oomishaaleen alaa galan Birrii biiliyoona 1.1 ol baasan kan biyya keessan…
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) – Baatiwwan 6'n darban oomishaaleen alaa galan Birrii biiliyoona 1.1 ol baasan kan biyya keessan bakka buufamuu Inistiityuutiin Misooma Oomishtoota…
Haalli Idil Addunyaa dhiibbaa Ityoophiyaarratti qaqqabsiisuu danda’u ilaalchisee mariin gaggeeffamaa…
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) – Haalli Waqtaawaa naannawaa fi Idil Addunyaa dhiibbaa Ityoophiyaarratti qaqqabsiisuu danda’u ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Haala…
Ummata sababa rakkoo nageenyaan qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf…
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) – Ummata sababa rakkoo nageenyaan qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa…