Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa fi Turki dameewwan garaagaraan fayyadamtummaa diinagdee isaanii mirkaneessuun akka…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Turki dameewwan akka daldalaa, fayyaa, invastimantii, aadaa fi ce’umsa teeknooloojiin walitti hidhamiinsa uumuun fayyadamummaa diinagdee…
Ityoophiyaa fi Fandiin Misooma Afrikaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 84.3 mallatteessan
Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Fandiin Misoma Afrikaa oomishaa fi omishtummaa Qamadii fooyyessuuf kan oolu waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 84.3…
Pireezidaantiin Baankii Addunyaa dubartoota Indaastirii xixiqqaa fi giddugaleessaan hojjechaa jiran…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Baankii Addunyaa Aajaay Baangi dubartoota Indaastirii xixiqqaa fi giddugaleessaan gurmaa'uun hojjechaa jiran daawwataniiru.
Deeggarsa…
Finfinneetti sheediiwwan Birrii biiliyoona 1.2 oliin ijaraman eebbifamanii hojiif qophii…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti baasii Birrii biiliyoona 1.2 oliin lafa karee meetira kuma 100 fi 414 irratti sheediiwwan 158 ijaaramuun eebbifamanii…
Yuunivarsiitiin Maqalee barattoota simachuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiin Maqalee guyyaa har’aarraa eegalee barattoota simachuu eegaluu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Hoji Gaggeessaan Bulchiinsaa fi…
Obbo Maammoo Mihiratuun Ittaana Gargaraa Barreessa Misooma Diinagdee Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Ityoophiyaa Obbo Maammoo Mihiratuun Ittaanaa Gargaraa Barreessa Misooma Diinagdee Ameerikaa Eerik Meeyar waliin…
Naannoo Amaaraatti seera kabachiisuuf sochiilee taasifaman Ummanni akka tumsu gaafatame
Finfinnee Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Qaamoleen nageenyaa naannichatti olaantummaa seera kabachiisuuf akkuma sochii taasisan Ummanni naannichaas tumsa baratame akka agarsiisuuf Pireezidaantiin…
Leenjiin sadarkaa naannootti guyyoota shanan darbaniif laatamaa ture xumuramuu Pireezidaanti…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Leenjiin sadarkaa naannootti guyyoota shanan darbaniif hoggansa olaanaafi giddugaleessaaf wirtuuwwan leenjii Magaalaa Adaamaa, Shaashamannee, Jimmaafi…
Aadde Adaanach Ministira Paablik Sarvisii fi Innooveeshinii hawaasaa Azaarbaajan waliin…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ministira Paablik Sarvisii fi Innooveeshinii hawaasaa Azaarbaajan Ulvii Meediyeev fi jila isaaniin…
Weerarri Hoomaa awwaannisa Gammoojjii naannolleetti mudate yeroon yoo hin to’atamne miidhaa…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Weerarri Hoomaa awwaannisa Gammoojjii naannollee Afaarii fi Tigraayitti mudate yeroon yoo hin to'atamne miidhaa qaqqabsiisuu akka malu naannoleen…