Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Aadde Adaanachiin durfamu fooramii Inisheetiivii hoggansa kantibaawwan Afrikaarratti…
Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC) - Jilli Kantiibawwan magaalota Ityoophiyaa Kantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamu fooramii Inisheetiivii hoggansa kantibummaa…
Magaalichatti sakattoo mana nama dhuunfaa tokko keessatti taasiifameen Shugguxiiwwan 27 fi Rasaasni…
Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti sakattoo mana nama dhuunfaa tokko keessatti taasiifameen Shugguxiiwwan 27 fi Rasaasni 300 ol shakkamtoota 2 waliin to'atamuu…
Walga’iin Hojii Raawwachiistuu Liigii Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC)- Walga’iin Hojii Raawwachiistuu Liigii Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa jalqabaa gaggeeffamuu eegaleera.
Walga’ichi magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa…
MM Abiy Ahimad bara haaraa Chaayinaa sababeeffachuun Mootummaa Chaayinaaf ergaa baga ittiin isin…
Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bara haaraa Chaayinaa sababeeffachuun Mootummaafi Uummata Chaayinaaf ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.…
Qabeenya uumamaa kunuunsuun Naannoo magariisaafi jireenyaaf mijataa ta’e dhaloota egeree haa…
Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC) - Qabeenya uumamaa kunuunsuun Naannoo magariisaafi jireenyaaf mijataa ta'e dhaloota egeree haa dhaalchisnu jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa…
Jilli Komishinar Lalisee Dhugaan durfamu qabeenya Turizimii Oromiyaa Awurooppaatti beeksisaa Jira
Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC) - Jilli Komishinara Komishinii Turizimii Oromiyaatiin Lalisee Dhugaan durfamu Qabeenya Turizimii Oromiyaa Awurooppaatti beeksisaa jiraachuu ibsameera.…
Weerara Lafa Oromiyaarratti rawwatamaa jiru ittisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) - Abbaan Alangaa Waliigalaa Oromiyaa weerara lafaa Naannoo Oromiyaatti raawwatamaa jiru dhaabsiisuuf hojjechaa jiraachuu beeksise.
Hogganaan Abbaa…
Mariin mata duree “Sodaa shororkeessummaa Gaanfa Afrikaatti” jedhu Yuunivarsiitii…
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) - Mariin mata duree "Sodaa shororkeessummaa Gaanfa Afrikaatti'' jedhu Yuunivarsiitii Jigjigaatti bakka Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee…
MM Abiy Ahimad mana barumsa Teeknika Waraanaa Awaash Aarbaatti argamuun agarsiisa humna Waraanaa…
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Mana Barumsa Teeknika Waraanaa Awaash Aarbaatti argamuun agarsiisa waraanaa qindaa'aa Humna Qilleessaa fi…
Godina Arsii Lixaatti daldala seeraan alaa ittisuuf hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) - Godina Arsii Lixaatti daldala seeraan alaa oomishaalee qonnaarratti raawwatamu ittisuuf hojjetamuu akka qabu ibsameera.
Godinichii fi Bulchiinsi…