Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Leenjiin hooggansa sadarkaa Naannoo, Godinaa, Magaalaa fi Aanaa guyyoota 4’f kennamaa ture…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Leenjiin hooggansa sadarkaa Naannoo, Godinaa, Magaalaa fi Aanaa hirmaachisuun mata duree 'dhugaa waloo, kalaqaa fi ariitii' jedhuun guyyoota 4'f…
Biirichi qabiyyee lafaarraa galii Birrii biiliyoona 5.7 argate
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Biiroon Bulchiinsaa fi Misooma Lafa Magaalaa Finfinnee, bara baajatichaatti qabiyyee lafaarraa galii Birrii biiliyoona 5.7 argachuu beeksise.…
Obbo Ahimad Shiideen Pireezidaantii Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Pireezidaantii Baankii Addunyaa Ajaay Baangaa waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota hariiroo waloo…
Maqaa Raayyaa Ittisaa xureessuun akka dhaabatu akeekkachiifni laatame
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Duulli maqa balleessii miseensoota Raayyaa Ittisaarratti gaggeeffamu akka dhaabatu Raayyaan Ittisaa akeekkachiiseera.
Raayyaan Ittisaa duula maqa…
Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujeetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujeetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu Poolisiin magaalichaa beeksiise.
Konkolaataan…
Ityoophiyaan Paarkiiwwan Indaastirii 13 lammilee hedduuf carraa hojii uuman ijaaruun hojiitti…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaan Paarkiiwwan Indaastirii 13 lammilee hedduuf carraa hojii uuman ijaaruun hojiitti galchuu…
Piroofeesar Birhaanuun Barattoota kutaa 12ffaa qormata biyyaalessaa fudhataa jiran daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) –Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa fi Ministir Deetaan Dooktar Saamu’eel Kifleen barattoota kutaa 12ffaa qormaataa Biyyaalessaa…
Abbootiin amantaa itti gaafatamummaa dhaloota namuusa gaarii qabu horachuu fi rakkoo dhiifaman furuu…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Abbootiin amantaa itti gaafatamummaa dhaloota namuusa gaarii qabu horachuu fi rakkoo dhiifaman furuu qaban ba’uu akka qaban Ministir Deetaan Ministeera…
Dooktar Abiyii fi Ajaay Baangaan Paarkii Indaastirii Boolee Lammii daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Pireezidaantiin Baankii Addunyaa Ajaay Baangaan Paarkii Indaastirii Boolee Lammii daawwataniiru.…
Bu’aan qormaata kutaa 6ffaa sadarkaa magaalaa Finfinnee ifoome
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Bu’aan qormaata kutaa 6ffaa sadarkaa magaalaa Finfinnee ifoomeera.
Akkaataa sirna barnootaa haaraan bara 2015 hojiirra kan oole bu’aan qormaata kutaa…