Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan bu’uuraalee misoomaa fi dhaabbatummaa Magaalotaa marsaa 3ffaan xumurame
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Sagantaa bu’uuraalee misoomaa fi dhaabbatummaa magaalotaa marsaa 3ffaa Doolaara miiliyoona 859’n gaggeeffamaa ture xumurame.
Gamaaggamni waloo koree…
Magaalichatti iddoolee seeraan alaa kuma15 fi Manneen sharaan ijaaraman kuma 68 olirratti…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti iddoolee kuma 15 seeraan alaa dalleeffamanii fi manneen sharaan ijaaraman kuma 68 olirratti tarkaanfiin fudhatamuu Abbaan Taayitaa…
Walga’iin Koomiishinii waloo Ityoo-Afrikaa Kibbaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Walga’iin Koomiishinii Waloo Ministiroota Ityoo-Afrikaa Kibbaa 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Walga’icharratti Ittaanaa Muummee Ministiraa fi…
Mootummaan Federaalaa Tigraayitti deeggarsa namoomaa hatattamaa dhiyeessaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Mootummaan federaalaa Naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsi barbaachisuuf, deeggarsa namoomaa hatattamaan dhiyeessaa jiraachuun Koomishinii Hoggansa…
Yuunivarsiitiin Aksum Barattoota waame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiin Aksum sababa waraanaan adeemsa baruu fi barsiisuu addaan kutee ture irra deebin jalqabuuf qophii duraa barbaachisaa taasisuun…
Barattoonni Saayinsii Umamaa gara Yuunivarsiitiiwwanii seenaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Barattoonni Saayinsii Umamaa qormaata biyyalessaa kutaa 12ffaa fudhatan gara Yuunivarsiitiiwwanii seenaa jiru.
Yuunivarsiitiiwwan garaagaraas…
Moorookoon Ityoophiyaa waliin baankii fi dameewwan biroorratti walta’iinsaan hojjechuu akka feetu…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Moorookoon Ityoophiyaa waliin baankii fi dameewwan biroorratti walta’iinsaan hojjechuu akka feetu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Moorokkoo Neezaa Aloyuu…
Koolleejjii BLTO Finfinnee barattoota leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)-Koolleejjiin Barnoota Leenjii Teekinikaa fi Ogummaan Finfinnee Ogummaa garaagaraan barattoota leenjisaa ture Kuma 6 fi 244 eebbisiise.
Sirna…
Bara Oomishaa 2025/16’f kan oolu Xaa’oon kuntaalli kumni 800 Tigraay seenuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Bara Oomishaa 2025/16'f kan oolu Xaa'oon biyyoo kuntaalli kumni 800 gara Tigraay seenuu ibsameera.
Naannichi bara oomishaa kana xaa'oo biyyoo…
Obbo Gabramasqal Caalaan Daayrektara olaanaa Dhaabta Daldala Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabramasqal Caalaan Daayrektara olaanaa Dhaabta Daldala Addunyaa Nigoozii Ookoonjoo…