Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Nageenya argame tikfachuuu qabna – Jeneral Ababaaw Taddasaa
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) - Nageenyi argame wareegama gootummaan ta'uu isaan tikfachuuu qabna jedhan Itti Aanaan Itaamaajoorii Humna waraanaa waliigalaa Jeneral Ababaaw Taddasaan.…
Oromiyaatti Wiixata dhufurraa eegalee duulli hojii misooma sululaa bara 2015 ni eegala
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) –Wiixata dhufurraa eegalee guutuu Oromiyaatti duulli hojii misooma sulaala bara 2015 kan eegaluu ta’uu ibsameera.
Haaluma walfakkatuun godinaalee fi…
Sosochii Ityoophiyaan haa Oomishtuun bu’aa qabatamaan argame – Obbo Malaakuu Allebal
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) – Baatiwwan 6’n darban Sosochii Ityoophiyaan haa Oomishtuun bu’aa jajjabeessan argamuu Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal ibsan.…
Yaa’iin miseensota Luba Gadaa Shanan Sikkoo Mandoo magaalaa Roobeetti taa’amaa jira
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) – Yaa'iin miseensota Luba Gadaa Shanan Sikkoo Mandoo magaalaa Roobeetti taa'amaa jiraachuu ibsameera.
Yaa'ii kanarratti abbootii gadaa haadholii siinqee,…
Oromiyaatti baatiwwan 6’n darban daandiin kiiloomeetirri 413 hojjetame – BDLO
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) – Oromiyaatti baatiwwan 6’n darban daandiin kiiloomeetirri 413 hojjetamuu Biiroon Daandiiwwanii fi Lojistiksii Oromiyaa beeksiise.
Biirichi barana…
Dhaabbileen deeggartootaa lammiilee Ityoophiyaa deeggarsa namoomaa barbaadan akka deeggaran…
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) –Ityoophiyaatti lammiileen miiliyoonni 21.2 ol deeggarsa yeroo kan barbaadan ta’uu Komishiniin hoggansa Sodaa balaa beeksiise.
Dhaabbileen deeggartootaa…
Daandiin Qilleensicha Atlaantaa Joorjiyaatti balallii kallattii eegaluufi
Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Atlaantaa Joorjiyaatti balalli kallattii eegaluuf qophii xumuruu beeksise.
Torbanitti guyyoota afur balallii kan…
Kabajni Ayyaana Cuuphaa karaa nagaan xumurame – TKM
Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC) - Kabajni Ayyaana Cuuphaa rakoo tokko malee karaa nagaan xumuramuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Qaamolee ayyaanichi karaa nagaan…
Kabajni Ayyaana Cuuphaa karaa nagaan xumurame – KPO
Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC) – Kabajni Ayyaana Cuuphaa bara kanaa karaa nagaan xumuramuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa beeksiise.
Naannoo Oromiyaatti Kabajni Ayyaana Cuuphaa bara…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 173 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 12, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 173 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee kanneen keessaa 1fi 161 dhiirota yoo ta’an 12 guddattoota…