Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii Uumamaa laatamu eegale
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa barattoota Saayinsii Uumamaaf dhaabbilee barnootaa olaanoo keessatti laatamuu eegalameera.
Sadarkaa naannoo…
Dooktar Abiy Ministira Alaa Afrikaa Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Alaa Afrikaa Kibbaa Naaleedii Paandooran waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Naaleedii…
Badhaadhinnni waloo Ityoophiyaa borii kan milka’uu, ariitii fi qulqullinaan oomishuun yoo…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Badhaadhinnni waloo Ityoophiyaa borii kan milka'uu, ariitii fi qulqullinaan omishuun yoo danda'ame qofa jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo…
MM Dooktar Abiy Pireezidaantii Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Addunyaa Aajaay Baangaan waliin mari’ataniiru.
Pireezidaantiin Baankii Addunyaa…
Shaneef deeggarsa hidhannoo taasisuuf socho’aa kan turan shakkamtoonni afur to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Garee shororkeessaa Shaneef deeggarsa hidhannoo taasisuuf imalaa kan turan shakkamtoonni afur to’atamuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa…
Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa lakkoofsa balalii dabaluuf waliigalan
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa lakkoofsa balalii dabaluuf waliigalteerra ga’an.
Biyyoota lameen gidduu balalii torba ture gara sagaliitti guddisuuf…
Ityoophiyaan dippiloomaasii gamhedduun hojiilee bu’aa qabeessa raawwachaa jirti – TKM
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC) – Yaa’ii Raashiyaa – Afrikaa 2ffaan Ityoophiyaan dippiloomaasii waloo fi gamhedduun hojiilee bu’aa qabeessa raawwachuu Ministir Deetaan Tajaajila…
Amb. Leencoo Baatiin Saa’ud Arabiyaatti dhaabbilee damee albuudaarratti bobba’an waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Saa’ud Arabiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Leencoo Baatiin abbootii qabeenyaa fi hoggantootaa dhaabbilee invastimantii albuuda baasuurratti bobba’aan…
Ministirri Dhimma Alaa Jaappaan Ityoophiyaa daawwachuufi
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Jaappaan Haayashii Yoshimaasa Ityoophiyaa daawwachuuf akka ta’e eerame.
Ministirichi daawwannaa Afrikaatti taasisaniin…
Ityoophiyaa fi Afrikaan Kibbaa waliigaltee namoota yakkan barbaadaman dabarsanii kennuu…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Afrikaan Kibbaa waliigaltee namoota yakkan barbadamaan dabarsanii kennuuf dandeessisu mallatteessaniiru.
Walga'iin Komiishinii Waloo…