Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Waldaa Federeeshinii Daddabarsistoota Fe’umsaa Idil Addunyaa Finfinneetti…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Yaa'iin Waldaa Federeeshinii Daddabarsistoota Fe'umsaa Idil Addunyaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa'ichi Finfinneetti gaggeeffamuun…
Dooktar Abiy Sheediwwan Qonnaa Kutaa magaalaa Booleetti argamu daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sheediwwan Qonnaa Kutaa magaalaa Booleetti argamu daawwataniiru.
Qonni Magaalaa madda galii fi magaaloota…
Koollejjiin Saayinsii Fayyaa Hararii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Koollejjiin Saayinsii Fayyaa Hararii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 183 eebbisiiseera.
Pireezidaantii Naannoo Hararii Obbo Ordiin…
Bu’aa argame hamilee taasiisuun tajaajiltummaa Ummataa caalmaatti mirkaneessuuf ni hojjenna – Aadde…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Piroojektoota Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaraman eebbisuun tajaajilaaf banaa taasisan.
Aadde…
Dhaabbileen dhuunfaa barattoota qormaataaf dhiyeessan keessaa % 25 ol dabarsuu dadhabnaan sagantaan…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Abbaan Tayitaa Barnootaa fi Leenjii qajeelfama bara barnootaa 2016 eegalee dhaabbilee barnootaa olaanaa dhuufarratti dirqiin hojiitti hiikaman…
Pireezidaantiin Baankii Addunyaa Ityoophiyaatti daawwannaa taasiisuufi
Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Baankii Addunyaa Ajaay Baangaan bara Faranjootaa Adoolessa 31, 2023 eegalanii Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisuufi jedhame.…
Finfinneetti Piroojektooni misoomaa Birrii biiliyoona 2 olin ijaarraman eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Piroojektoonni Dbaabbilee barnootaa fi fayyaa Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.
Piroojektoonni manneen…
Balaa Tiraafikaa Aanaa Diggaatti qaqqabeen lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Balaa Tiraafikaa Godina Wallagga Bahaa Aanaa Diggaatti qaqqabeen lubbuun namoota 8 darbuu ibsame.
Konkolaataan deddeebisaa Uummataa TATA jedhamu…
Ityoophiyaa fi Raashiyaa gidduutti waliigalteewwan walta’iinsa jiran cimsan mallatteeffaman
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Raashiyaa gidduutti waliigalteewwan walta’iinsa odeeffannoo, bu’uuraalee misoomaa fi bizinasii jiran cimsan mallatteeffamaniiru.…
Qormaanni barattoota Saayinsii hawaasaa kutaa 12ffaa xumurame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC)- Guyyoottan sadan darban kennamaa kan ture qormaanni biyyaalessaa barattoota Saayinsii Hawaasaa kutaa 12ffaa nagaan xumuramuu Tajaajilli Qormaataa fi…