Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) –Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara 2018 gaggeessuu eegaleera.
Waltajjichaan raawwii guyyoota 90 qorachuun…
Irreechi Malkaa Baaroo kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Naannoo Gaambeellaatti Irreechi Malkaa Baaroo kabajamaa jira.
Irreechi Malkaa Baaroo kun akkaataa duudhaa fi Safuu isaan eegeen magaalaa…
Paarkiin gaarreen Baalee madda Tuuruzimii cimaa ta’ee itti fufeera – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Daawwannaa guyyaa jalqabaa Godina Baalee simboo qabeenya uumamaa harka namaan faayame nu agarsiiseera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Obbo Ahimad Shiideen anga’oota Koorporeeshinii Faayinaansii misooma idil Addunyaa Ameerikaa waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Anga’oota olaanoo Koorporeeshinii Faayinaansii Misooma Idil Addunyaa Ameerikaa waliin…
Ispoortiin Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuu keessatti qooda olaanaa qaba- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Onkoloolessa 7, 2018(FMC)-Pirezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin Ispoortiin Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuu keessatti qooda olaanaa qaba…
Pireezidaanti Taayyeen sirna gaggeessaa Reeffa Raayilaa Odiingaarratti argaman
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2018(FMC) – Sirni gaggeessaa Reeffa gameessa siyaasaa fi Ministira Muummee duraanii Keeniyaa Raayilaa Odiingaa Istaadiyeemii Biyyaalessa Naayiroobiitti…
Giddugalichi humna koomaandoo amansiisaa leenjisuun gahoomsaa jira- L/J Shuumaa Abdataa
Finfinnee, Onkoloolessa 7, 2018(FMC)- Giddugalli Leenjii Ajaja Duultota Addaa humna koomaandoo amansiisaa leenjisuun gahoomsaa jira jedhan Ajajaan Ajajichaa Leetenaal Jeneraal Shuumaa…
Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Godina Baaleetti Loojii Diinshoo dawwatan
Finfinnee, Onkoloolessa 7, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Godina Baaleetti Loojii Diinshoo ijaarsarra jiruufi lafa margaa…
Biirichi barattootaa qormaata kutaa 12ffaan qabxii olaanaa galmeessaniif beekamtii fi badhaasa kenne
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2018(FMC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaan qabxii olaanaa galmeessaniif badhaasaafi beekamtiin kenname.
Biiroon…
Itiyoophiyaa wabii nyaataa mirkaneessuuf murannoo dinqisiifamu agarsiifte – Faraay Ziimdiizii
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2018(FMC) – Itiyoophiyaa wabii nyaataa mirkaneessuuf murannoo dinqisiifamu agarsiifte jedhan Itiyoophiyaatti bakka bu’aan Dhaabbata Nyaataa fi Qonna Addunyaa…