Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii hojii baatiiwwan 6 darbanii magaalaa Hoosaa’inaatti…
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii hojii paartii baatiiwwan 6 darbanii magaalaa Hoosaa’inaatti gaggeessaa jira.
Waltajjicha irratti Pirezidaantii…
Ga’ee dudhaaleen aadaa ijaarsa biyyaa keessatti qaban guddisuuf hojjetamaa jira – Obbo…
Finfinnee, Amajji 5, 2018 (FMC) - Dudhaaleen aadaa bu'uura Dhugaa Waloo fi Seenessa Biyyaalessaa waan ta'aniif, ga’ee isaan ijaarsa biyyaa keessatti qaban guddisuuf hojjetamaa akka jiru…
Kallattiin diinagdee damdaneessaa paartii keenyaa bu’aa qabeessa ta’aa jira- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Kallattiin diinagdee damdaneessaa paartii keenyaa bu’aa qabeessa ta’aa jira jedhan Pirezidaantii Itti aanaa Paartii Badhaadhinaafi Hogganaan Waajjira…
Hojii qe’ee moodela Tulluu Araaraatti hojjetame iddoowwan birootti babal’isuuf hojjetamaa jira-…
Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Hojii qe’ee moodela Tulluu Araaraatti hojjetame iddoowwan birootti babal’isuuf hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa…
Seenessi waloo bu’uura Mootummaa cimaafi biyya jabduu ijaaruu ti – Obbo Kaffaaloo Tafarraa
Finfinnee, Amajji 5, 2018 (FMC) - Seenessi waloo bu’uura Mootummaa cimaafi biyya jabduu ijaaruuti jedhan itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo…
Fooyya’iinsi diinagdee Itiyoophiyaa abbootii qabeenyaa alaaf naannawaa invastimantii mijataa…
Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Fooyya’iinsi diinagdee Itiyoophiyaa abbootii qabeenyaa alaaf naannawaa invastimantii mijataa uumeera jedhan Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti…
Filannoo nagaa, haqa qabeessaafi diimookiraatawaa gaggeessuuf qophiin taasifameera- Obbo Taaggasaa…
Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Mootummaan filannoo waliigalaa 7ffaa nagaa, haqa qabeessaafi diimokitraatawaa ta’e gaggeessuuf qophii taasiseera jedhan Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…
Magaalichatti murtoo taaksii ilaalchisee komiiwwan kaffaltoota gibiraarraa ka’an furamaa jiru
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) –Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee murtoo taaksii ilaalchisee komiiwwan kaffaltoota gibiraarraa ka'an furaan jira jedhe.
Baatiwwan jahaan darban…
Hogganaa Itti Aanaan Dhaabbata Ummatummaa Faannoo Amaaraa K/Faantahuun Muhaabbaan waamicha…
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Hogganaa Itti Aanaan Dhaabbata Ummatummaa Faannoo Amaaraa Koloneel Faantahuun Muhaabbaan waliigaltee waamicha nageenyaa mootummaan naannichaa dhiyeesse…
Hojiiwwan raawwataman galmoota magaalaa milkeessuu fi bu’aa qabatamaa galmeessifneen madaalamu…
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) – Kilaastarri misooma magaalaa Oromiyaa raawwii hojii paartii fi mootummaa kurmaana 2ffaa bara 2018 gamaaggameera.
Sadarkaa Ittaanaa Pirezidaantiitti…