Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu kutaalee hawaasaa Godina Wallagga Bahaa waliin mari’ate
Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)- Jilli hoggansa olaanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Pireezidaantii Naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu kutaalee hawaasaa Magaalaa Naqamtee fi Aanaalee…
Ityoophiyaan bara 2050’tti gadi lakkifama kaarboonii zeeroorraan gahuuf hojjechaa jirti- MM Abiy…
Finfinnee, Amajjii 8, 2015(FBC)- Ityoophiyaan bara faranjootaa 2050’tti gadi lakkifama kaarboonii zeeroorraan gahuuf galma kaa’attee xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Muummeen Ministiraa…
Bilbilli Bilisaa Oromiyaa 9398 tajaajila eegale
Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)- Biiroon Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Wiirtuu tajaajila bilbila bilisaa Naannoo Oromiyaa hojii eegalchiise.
Hooggantuun Biiroo…
MM Abiy Ahimad Abudaabii jiru
Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)- Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu Abudaabiitti waltajjii “Torbee Misooma Waaraa Abudhaabii 2023” 15ffaarratti hirmaachaa jiru.…
Hoggantoonni Naannoo Hararii fi Magaalaa Dirree Dhawaa haala yeroorratti mari’achaa jiru
Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)- Hoggantoonni olaanoo fi giddugaleessaa Naannoo Hararii fi Magaalaa Dirree Dhawaa haalaa yeroo siyaasaa, nageenya biyyaa fi naannoorratti mari’achaa jiru.…
Jilli Obbo Abdullahakiim Muluun durfamu aanaa Tokkee Kuttaayeetti Kilaastera Oomisha Qamadii…
Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC) – Jilli sadarkaa itti aanaa pireezidaantiitti hogganaa kilaastera hawaasummaa naannoo Oromiyaa Obbo Abdullahakiim Muluun durfamu Godina Shawaa Lixaa Aanaa…
Ambaasaaddar Suleeyimaan Daddafoon hojii raawwachiisaa olaanaa Ityoo – Injinariing Giruuppi ta’uun…
Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC) – Murtee Boordiin Hoggansa Ityoo – Injinariing Giruuppi dabarseen hojii raawwachiisaa olaanaa dabalatee Itti aantoonni lama muudamaniiru.
Haaluma kanaan…
Ayyaana Cuuphaa walqabatee sochiin doqdoqqee dhorkame
Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti Ayyaana Cuuphaa Roobii fi Kamisaa dhufu kabajamu sababeeffachuun sochiin doqdoqqee dhorkaa ta’uu Eejensiin Bulchiinsa Tiraafikaa…
Boruu keenya har’a haa ijaarru – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) - Boruu keenya har’a haa ijaarru jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Pireezidaanti Shimallis,biyyi walharkaa…
Jilli Obbo Kaasaahuun Gofeen durfamu Ministira Daldalaafi Turizimii Jibuutii waliin mari’ate
Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Jilli Ministir Deetaa Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Kaasaahuun Gofeen durfamu Ministira Ministeera Daldalaafi Turizimii…