Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Piroofeesar Birihaanuun Yuunivarsiitii Jigjigaatti qophii Barattoota kutaa 12ffaa qoramanii…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birihaanuu Naggaan Yuunivarsiitii Jigjigaatti haala qophii Barattoota kutaa 12ffaa qoramanii daawwataniiru.…
Kaameeraawwan hataman 27 to’annoo jala oolfaman
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC)- Kameeraawwan garaagaraa hataman 27 to’annoo jala oolfamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.
Kaameeraawwan kunneen Magaalaa Finfinnee Kutaa…
Naannichatti callaa kuntaala miiliyoona 29 ol walitti qabuuf hojjetamaa jira – Obbo Ashaadilii Hasan
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti bara oomishaa kana callaa kuntaala miiliyoona 29 ol walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo…
Afrikaatti Barnoota ‘STEM’ jajjabeessuuf manni barnootaa haaraan bane
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Dhaabbat Booyingii fi Tiinki Yaang waliin ta’uun Afrikaatti dargaggoota guddattoota barnootaa Saayinsii, Teeknooloojii,…
Dhaabbileen Misooma Mootummaa Naannoo Oromiyaa raawwii hojii bara 2015 qorachaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) - Dhaabbileen Misooma Mootummaa Naannoo Oromiyaa raawwii hojii isaa kan bara 2015fi kallattii karoora bara 2016 qorachaa jiraachuu ibsameera.
Itti…
Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministiraa fi dhaabbilee waamamtootaa sagantaa tajaajila tola…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministiraa fi dhaabbilee waamamtootaa sagantaa tajaajila tola ooltummaa gannaa magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Furiitti…
Xaa’oon biyyoo kuntaalli kumni 2 ol qaamolee seeraan alaa harkatti to’atame
Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Xaa'oon biyyoo kuntaalli kumni 2 fi 300 ol qaamolee seeraan alaa harkatti to'atamuu ibsameera.
Qaamoleen seeraan alaa hanqinni…
Ajajni komaandoo fi Humna Qilleensaa ajaja seenaa barreeffamee hin dhumne qabaniidha- Jeneraal…
Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Ajajni komaandoo, Humna Qilleensaa fi Humni Eegdoota Rippaablikaanii gatiin Ityoophiyaaf kaffalan seenaa barreeffamee hin dhumneedha jedhan Itti Aanaan…
Guddina Diinagdee waliigalaaf moodeeliin qonnaa fi faayinaansii idil addunyaa haaraa fi cimaan…
Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Guddina Diinagdee waliigalaaf moodeeliin qonnaa fi faayinaansii idil addunyaa haaraa fi cimaan barbaachisaa ta'uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy…
MM Dooktar Abiy Ahimad Walga’ii dureewwan biyyoota Afrikaa fi Xaaliyaanii irratti hirmaatan
Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Walga’ii dureewwan Xaaliyaanii, Jibuutii, Somaaliyaa fi Keeniyaarratti hirmaataniiru.
Walga’ichi…