Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haadholiin harma hoosisaan nama daa’ima qabuuf qabatanii gara Yuunivarsiitii qormaata fudhachuuf…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2015 (FBC) – Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan Yuunivarsiitiwwan itti ramadaman seenaa jiraachuu ibsameera.
Haadholiin daa’ima hoosisan…
Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan Yuunivarsiitiwwan itti ramadaman seenaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 16, 2015 (FBC) – Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan Yuunivarsiitiwwan itti ramadaman seenaa jiraachuu ibsameera.
Yuunivarsiitiin Finfinnee…
Godina Harargee Lixaatti dareewwan dabalataa hirmaannaa ummataan hojjetaman 791 tajaajila eegalan
Finfinnee, Adoolessa 16, 2015 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti,dareewwan barnootaa dabalataa 791ol hirmaannaa hawaasaatiin hojjetaman tajaajilaaf oluu waajjirri barnoota godinichaa beeksise.…
Abdiin nuti barootaf hawwaa turre hangam gara dhugaatti jijjiiramaa akka dhufe argineerra –…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2015 (FBC) – Abdiin nuti barootaf hawwaa turre hangam gara dhugaatti jijjiiramaa akka dhufe argineerra jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa.…
Yuunivarsiitiin Haramayaa barattoota ogummaawwan garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 15, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Haramayyaa barattoota ogummaan garaagaraan barsiisaa ture kuma 4 ol eebbisiiseera.
Yuunivarsiitichi marsaa 68ffaaf barattoota…
Yuunivarsiitiin Kotobee fi Siiviil Sarvisii Ityoophiyaa barattoota ogummaawwan garaagaraan barsiisan…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Kotobee fi Siiviil Sarvisii Ityoophiyaa barattoota ogummaan garaagaraan barsiisan eebbisiisaniiru.
Yunivarsiitiin Kotobee barattoota…
Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon Itti Aanaa Pireezidaantii Sagantaa Nyaataa addunyaa waliin…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon Itti Aanaa Pireezidaantii Sagantaa Nyaataa addunyaa Kaaril Iskaawu waliin…
Naannoo Ummattoota Kibbaatti hawaasni balaa lolaa fi sigiga lafaaf of eeggannoo akka taasiisan…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibbaatti hawaasni balaa lolaa fi sigiga lafaa waqtii gannaa muudachuu danda’uuf of eeggannoo akka taasiisan Komishiniin Hoggansa…
Obbo Dammaqaan haala yeroo biyyaalessaarratti hawaasa dippilomaasiif ibsa kennan
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)-Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin haala yeroo biyyaalessaarratti hawaasa dippilomaasiif ibsa kennaniiru.…
Warshaaleen guyyaatti daabboo miiliyoona 1 tolchan boruu eebbifamu
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Warshaaleen guyyaatti daabboo miiliyoona 1 oomishuu danda’anii sadii fi giddugaloonni nyaataa lama guyyaa boruu Finfinneetti ni eebbifamu.
Warshaaleen…