Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa wabii nyaataa mirkaneessuuf murannoo dinqisiifamu agarsiifte – Faraay Ziimdiizii
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2018(FMC) – Itiyoophiyaa wabii nyaataa mirkaneessuuf murannoo dinqisiifamu agarsiifte jedhan Itiyoophiyaatti bakka bu’aan Dhaabbata Nyaataa fi Qonna Addunyaa…
Fooramiin Nyaataa Addunyaa Itiyoophiyaa beeksisuuf carraa gaarii uumeera- Dooktar Soofiyaa Kaasaa
Finfinnee, Onkoloolessa 7, 2018(FMC)- Fooramiin Nyaataa Addunyaa Itiyoophiyaa beeksisuuf carraa gaarii uumeera jedhan Ministir Deetaan Ministeera Qonnaa Dooktar Soofiyaa Kaasaa.
Fooramiin…
Baankiin Biyyaalessaa fooyya’iinsi ‘IMF’ qooda biyyoota miseensaa irratti taasise akka ariifatu…
Finfinnee, Onkoloolessa 7, 2018(FMC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny fooyya’iinsa qooda biyyoota miseensaa %50 Dhaabbanni Maallaqaa Idil-addunyaa taasise akka…
Gamaggamni raawwii hojii Kurmaana 1ffaa Paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa geggeeffamaa ture…
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018(FMC)- Gamaggamni raawwii hojii Kurmaana 1ffaa Paartiifi Mootummaa Naannoo Oromiyaa geggeeffamaa ture guyyaa har'aa xumurameera.
Mootummaan Naannoo…
Inistiitiyuutiin Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Itiyoophiyaa badhaasa dhaabbata milkaa’aa…
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018(FMC)- Inistiitiyuutiin Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Itiyoophiyaa Dhaabbata Nyaataafi Qonnaa Addunyaa( FAO) irraa badhaasa dhaabbata milkaa’aa idil-addunyaa…
Hojiilee ququllina barnootaa mirkaneessuuf hojjetamaniin qabxiin barattootaa fooyya’aa jira-…
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018(FMC)- Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan hojiilee ququllina barnootaa mirkaneessuuf hojjetamaniin qabxiin barattootaa fooyya’aa…
Himaammanni maallaqaa qaala’insa gatii gara dijiitii tokkootti gadi buusuu irratti xiyyeeffata…
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018 (FMC) - Imaammanni maallaqaa naamusa guddaan kan hogganamuu fi dhawaataan qaala’iinsa gatii gara dijiitii tokkootti hir’isuu irratti kan xiyyeeffatu dha…
Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen hojiilee misoomaa Dhaabbata Deeggarsaa Kaatoolikii…
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018(FMC)- Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaaseen hojiilee misoomaa Dhaabbata Deeggarsaa Kaatoolikii (CRS) dinqisiifatan.
Pirezidaanti Taayyee…
Biqiloota waggoottan jahan darban dhaabaman keessaa % 84.5 ol lataniiru – Biiroo Qonnaa
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018 (FMC) - Hojii kunuunsa qabeenya uumamaa waggoottan darban hojjatamaniin uwwisni bosona naannichaa % 17 irra ture gara % 29’tti ol guddateera jedhe Biiroon…
Giddugalli Ga’umsa Ogummaa Miidiyaa hojii eegale
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018 (FMC) - Abbaan Taa’itaa Miidiyaalee Itiyophiyaa aangoo labsiin kennameef bu’uureffachuun dandeettii miidiyaalee biyyattii guddisuuf Giddugalli Ga’umsa…