Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Federeeshinii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniif beekamtii kenne
Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) – Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa 20ffaan akkaataa maqaa biyyaa ijaaruun akka kabajamuuf gahee Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin bahateef…
Ayyaanni Saboota, sablamootaa fi Ummattootaa sirna federaalaa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba –…
Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) – Ayyaanni Saboota, sablamootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa sirna federaalaa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba jedhan Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo…
Naannichatti sosochiin eegumsa biyyoo fi bishaanii eegalame
Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti sosochiin eegumsa biyyoo fi bishaanii bara kanaa Godina Hadiyyaatti eegalameera.
Sosochiin kun bakka…
‘Ishowspeed’ Itiypoophiyaa daawwachuun ija miiliyoonotaa gara Finfimnneetti hawwate – Adaanech…
Finfinnee, Amajji 7, 2018 (FMC) - Yuutuubarri beekamaan Ishowspeed Itiyoophiyaa daawwachuun ija miiliyoonotaa addunyaa guutummaa irraa gara Finfinneetti hawwateera jedhan Kantiibaan Magaalaa…
Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaakir Maayaardiit waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaakir Maayaardiit waliin mari’ataniiru.
Dooktar…
Rasaasni meeshaalee waraanaa garaagaraa kumni 56 ol mootummaan shaabiyaa shiftoota maqaa Faannoon…
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Rasaasni meeshaalee waraanaa garaagaraa kumni 56 ol mootummaan shaabiyaa baandota keessaafi diinota seenaa waliin ta’uun nageenya biyyattii booressuuf…
Tattaaffiin magaalaa Finfinnee giddugala daldalaafi invastimantii taasisuu cimee itti fufa-…
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Tattaaffiin magaalaa Finfinnee giddugala daldalaafi invastimantii taasisuu cimee itti fufa jedhan Kantiibaan magaalichaa aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde…
Shawaa Kaabaatti Oomishni Xaafii Buusaa Gonofaa sassaabbame
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) –Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Giraar-jaarsootti Oomishni Xaafii Buusaa Gonofaa sassaabbamee gumbiitti galaa jira jedhe Waajjirri Buusaa Gonofaa Damee…
Odeeffannoowwan marii biyyaalessaa waliinga’uuf kutannoo dhaabbilee…
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Dhaabbileen sosochii hojii Komishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dabalatee odeeffannoowwan komishinichaa hawaasa biraan gahuuf kutannoon ni hojjenna…
Guyyaan hundeeffama humna qilleensichaa akkaataa bifa Itiyoophiyaa guddisee mul’isuun kabajama – L/J…
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Guyyaan hundeeffama humna qilleensaa Itiyoophiyaa waggaa 90ffaan akkaataa bifa Itiyoophiyaa guddisee mul’isuun kabajama jedhan Ajajaa Olaanaan Humna…