Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen oomisha boba’aa Raashiyaa, Chaayinaa fi EAG mootummaa waliin mari’achaa jiru-Ministira…
Finfinnee, Amajjii 4, 2015(FBC)-Qabeenya albuudaa Ityoophiyaarratti dhaabbileen oomisha boba’aa idil addunyaa guguddaan Raashiyaa, Chaayinaa fi Emereetotaa Arabaa Gamtoomanii mootummaa…
Dubartoota saayinsii fi teeknooloojiin gahoomsuu qabna- Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Dubartoota utubaa hawaasaa ta’an barnootaan cimsuun saayinsii fi teeknooloojiin gahoomsuu qabna jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Sagantaan cufiinsa waldorgommii barattoota shamarranii manneen barnoota bultii addaa gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Sagantaan cufiinsa waldorgommii barattoota shamarranii manneen barnoota bultii addaa magaalaa Finfinnee Waajjira Pireezidaantii Mootummaa naannoo…
Adaamatti Pirojektiin giddugala bilbilaa fi atteendaansii diijitaalaa ifoome
Finfinnee, Amajjii 4, 2015(FBC)- Qaama pirojeektii ‘Adaamaa Smart City’ kan ta'e pirojeektiin giddugala bilbilaa fi to’annoo yeroo (Atteendaansii) dijitaalaa ifoome.
Sagantaan…
Kaabineen magaalichaa kaarkulama Af daneessaa ilaalchisee murtoo dabarse
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) - Kaabineen magaalaa Finfinnee walga'ii idilee 8ffaa waggaa 2ffaa gaggeesseen kaarkulama Af daneessaa ilaalchisee murtoo dabarseera.
Haaluma kanaan,
1.…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 27 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 27 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa beeksise. Lammiilee guyyaa har’aa…
Humni Eegumsa Rippaabilikaafi Humni Koomaandoofi Qilleensarraa ergama isaanii haala bu’aa qabeessa…
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Duula birmadummaa biyyaa kabachiisuu keessatti Humni Eegumsa Rippaabilikaafi Humni Koomaandoofi Qilleensarraa ergama itti kenname karaa bu’aa qabeessa ta’een…
Daandiin qilleensichaa balalii gara Chaayinaatti taasisu dabaluun tajaajila kan kennu ta’uu ibse
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balalii gara Chaayinatti taasisu dabaluun tajaajilaa kan kennu ta'uu beeksiseera.
Daandiin qilleensicha duraan sababa…
MM Abiy Ahimad Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa taasisuun muudan
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa taasisuun muudan.
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 152 olitti shallagaman to’atamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 52 olitti shallagaman to’atamuu Komishiniin Gumruukaa beeksise.
Komishinichi hordoffii…