Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitiiwwan Salaalee, Odaa Bultum, Madda Walaabuu, Wallaggaa barattoota eebbisiisan
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiiwwan Wallaggaa, Salalee, Odaa Bultum, Madda Walabuu barattootaa dameewwan barnoota garaagaraan barsiisaa turaan eebbisiisaniiru.…
Umrii 65’tti Maanguddoo barnootaan eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Barsiistuu Yemaariyaamwarqi Tsagaayee jedhamu.
Waggoota dheeraaf barsiisummaan tajaajilaa turuu dubbatu.
Barsiistuu Yemaariyaamwarqi Tsaggaayee,…
Finfinneetti M/Barnoota Jarraa Abbaa Gadaa dabalatee pirojektoonni xumuraman eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Booleetti pirojektiiwwaan ijaarsi isaanii xumurame 65 tajaajilaf banaman.
Pirojektiiwwaan kunneen,…
Yuunivarsitiiwwan garaagaraa barattoota barsiisaa turan eebbisiisan
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)-Yuunivarsiitiiwwan biyyaatti barattootaa sadarkaa barnootaa garagaraan barsiisaa turan eebbisiisaan.
Haaluma kanaan Yuunivarsiitiin Finfinnee…
Gaambeellaatti har’aarraa eegale daangeffamni sa’aatii labsame
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Naannoo Gaambeellaatti har’aarraa eegalee kan hojiirraa ooluu daangeffamni sa’aatii labsameera.
Haala yeroo nageenyaa naannichaa ilaalchisuun…
Uwwisa Oomisha Ruuzii hektaara miiliyoona 1 oliin gahuuf hojjetamaa jira-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Bara kana uwwisa omisha Ruuzii hektaara miiliyoona 1 oliin gahuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Dooktar Fitsum Asaffaan Bakka Bu’aa Inistitiyuutii Dagaagina Magariisaa Idil Addunyaa (GGGI) waliin…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)-Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Ityoophiyaatti Bakka Bu’aa Inistitiyuutii Dagaagina Magariisaa Idil Addunyaa (GGGI) Daani’eel…
Yakka Shorkessummaan kan himataman 24 mana amala sirreessaa akka galan ajajame
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Mannii Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataa Dhaddachi 3ffaan Dhimmoota Farraa Shororkeessummaa, himatamtoota yakkaa shororkeessummaan himantaman…
Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 2ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoowwan dabarseera.
Manni marichaa wixinee…
Dippiloomaasiin magarisaa Ityoophiyaa sadarkaa Addunyaatti fudhatama argacha jira-M/Dhimmaa Alaa
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Hojiin dippiloomaasii magariisaa Ityoophiyaa Sadarkaa Idil Addunyaatti fudhatama argacha jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Dubbii Himaan…