Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jijjiirraan baraa sablammii Halaabaa kabajama jira
Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)-Jijjiirraan baraa sablammii Halaabaa ‘Seeraa’ har’arraa eegalee sagantaalee garaagaraan akka kabajamu Qajeelchi Misoomaa Aadaa fi Tuuriizimii godinichaa…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 17 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 17 gara biyyaa deebi'aniiru.
Lammiileen har'a gara biyyaa deebi'an…
Naannoo Somaaleetti karooraa fi hojiirra oolmaa bulchiinsa gaarirratti mari’atame
Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Naannoo Somaaleetti karooraa fi hojiirra oolmaa bulchiinsa gaariii waggoottaan sadan itti aananiirratti godina Eerar magaalaa Fiiqitti mari'atameera.…
Aadde Adaanach hawaasa harka qalleeyyii fi maanguddoota waliin maaddii qoodattan
Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ayyaana Qillee sababeeffachuun hawaasa harka qalleeyyii fi maanguddoota waliin maaddii qoodattaniiru.…
Birmadummaa fi nageenya biyyaaf jecha Koomaandoo fi Humna Qilleensaa caalmaatti cimsuuf…
Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Birmadummaa fi nageenya biyyaaf jecha Koomaandoo fi Humna Qilleensaa yeroo kamuu caalaa haalaan gurmeessuuf qophoofneerra jedhan Itaa Maajooriin Humna…
Aadde Adaanach kutaalee hawaasaa garaagaraaf maaddii qoodan
Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen giddu gala nyaataa Amuddiitti argamuun kutaalee hawaasaa garaagaraa waliin maaddii qoodataniiru.…
Kan qabnurraa qooduun duudhaa gaarii of dura ummataaf jedhu kan itti agarsiifnuudha – Fiildi…
Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Kan qabnurraa qooduun duudhaa gaarii of dura ummataaf jedhu kan itti agarsiifnuudha jedhan Itaa Maajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiildi Maarshaal…
Biyyoonni garaagaraa ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Embaasiiwwan Biyyoota garaagaraa ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ityoophiyaatti Embaasiin Awustiraaliyaa, Ingiliiz,…
Aadde Adaanach Paarkii Addabaabayii Jaalalaa hojii jalqabsiisan
Finfinnee, Mudde 28, 2015 (FBC) - Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Paarkii Addabaabayii Jaalalaa jedhamu Boolee naannawaa Dambalitti argamu hojii jalqabsiisaniiru.…
Magaalichatti Ayyaana Qillee sababeeffachuun lammiilee kuma 100’f maaddiin qoodameera
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti ayyaana qillee sababeeffachuun waliigalaan lammiilee kuma 100 oliif sagantaan maaddii qooduu gaggeeffameera.
Bulchiinsi…