Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaanonni Ameerikaa jiraatan deeggarsa akaakuu Doolaara miiliyoona 16.5 fi maallaqaa taasisan
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaa jiraatan pirojektootaa fi waamicha biyyaalessaaf deeggarsa meeshaalee akaakuu garaagaraa Doolaara miiliyoona 16.5 olitti…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa, Imala Gara Ofiitti Taasifamu-Pir. Shimallis
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Sagantaan Ashaaraa Magariisaa imala gara ofiitti Taasifamuudha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Obbo Shimallis gama…
Muudamni Ephis Qophoosota Mana Amantaa Ortodoksi Tawaahidoo gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)-Muudamni Ephis Qophoosota Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Ityoophiyaa gaggeffameera.
Muudamichi bakka Paatiriyaarkiin Mana Amantichaa Abunaa…
Manni kitaabaa Abrihoot sirreeffamtoonni seeraa naamusa akka gonfatan hojjechaa jira
Finfinnee, Adoolessa 8, 2015 (FBC)- Manni Kitaabaa Abrihoot sirreeffamtoonni seeraa naamusa akka gonfatanii fi beekumsaan akka dagaggaan tumsuuf Mana Amalaa Sirreessaa Federaalaa Qaalliitti…
Koorporeeshiniin Indaastirii Injiinariingii Raayyaa Ittisaa cimina isaa akka itti fufsiisu gaafatame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2015 (FBC)- Koorporeeshiniin Indaastirii Injiinariingii Raayyaa Ittisaa fedhii Ityoophiyaa milkeessuu fi bu’aan argamsiisaa jiru jajjabeessaa ta’uu Ministirri…
Artisti Ijjigaayyoo Shibaabbaaf (Jiijii) Dooktireetiin Kabajaa kennamuufi
Finfinnee, Adoolessa 8, 2015 (FBC)- Yuunivarsuiitiin Injibaaraa Artiistii Ijjigaayyoo Shibaabbaaf Dooktireetii Kabajaa kennuuf murteessuu Pireezidaantiin Yuuivarsiitichaa Dooktar Gaardaachoo…
Ityoophiyaan imaanaa ishee ni eegdi malee biyyoota yaa’aa Abbayyaa obboloota ishee miidhuuf…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan Imaanaa ishee ni eegdi malee biyyoota Yaa’aa Abbayyaa obboloota ishee miidhuuf hinyaaddu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksiii hojiilee tola ooltummaa Birrii miiliyoon 132 ifoomse
Finfinnee, Adoolessa 8, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksiii hojiilee tola ooltummaa Gannaa Birrii miiliyoona 132 ramaduun hojii eegaluu ibse.
Dhaabbatichi bara kana…
Naannoo Amaaraatti sosochiin sadarkaa manneen barnootaa fooyyessuu gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2015 (FBC)- Naannoo Amaaraatti waltajjiin sosochii hawaasaa sadarkaa manneen barnootaa fooyyessuu Magaalaa Baahirdaaritti gaggeeffame.
Waltajjicharratti…
Qormaata ba’iinsaa kan fudhatan keessaa %40.65 qabxii darbiinsaa galmeessaniiru-Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Adoolessa 8, 2015 (FBC)-Barattoota qormaata ba’iinsa Yuunivarsiitii fudhatan kuma 61 fi 54 keessaa %40.65 qabxii darbiinsaa galmeessuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministir…