Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Samariitaan barreessaa olaanaa Mootummaa Ayerlaand waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samariitaa Sawaasaw barreessaa olaanaa Mootummaa Ayerlaand Jooseef Hakeet waliin dhimmoota waloorratti…
Hanga Muddee bara dhufuutti loltoota kuma 75 giddugala haaromsaa galchuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC)- Hanga baatii Muddee bara dhufuutti loltoota kuma 75 giddugalaa haaromsaa galchuuf hojjetamaa jiraachuu Koomishinin Haaromsa Biyyaalessaa ibse.
Loltoota…
Aadde Adaanech sosochii fooyyessa bu’uuraalee misoomaa manneen barnootaa eegalchiisan
Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sosochii fooyyessa bu'uuraalee misoomaa manneen barnootaa eegalchiisaniiru.
Sagantaa…
Marii sadee guutinsa Bishaan Hidha Haaroomsa Guddicha Ityoophiyaa baatii 4 keessatti xumuruuf walii…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Ijipti Abdulfattaahiii Alsisiin Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad simachuun dubbisaniiru.
Hoggantoonni biyyoota lamaanii…
Rakkoo walxaxaa Sudaan mudate furuuf tattaffii waloo barbaachisa – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad rakkoo Sudaan furuuf marii gaggeessummaa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa fi deeggarsa Gamtaa…
Oromiyaatti hanga ammaatti lafti heektaarri kumni 630 ol sanyii Qamadiin uwwifame – BQO
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Misooma qamadii Qonna Gannaatiin hanga ammaatti lafti hektaarri 630 ol faca’uu Biiroon Qonnaan naannichaa beeksise.
Bara kana…
Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Somaaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa Somaaliyaa Abshiir Omar Jamaa waliin mari’ataniiru.…
Waajjirri Giifti Duree Warshaa Daakuu fi Daabboo Harariitti ijaarsise eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Waajjirri Giifti Duree Warshaa Daakuu fi Daabboo 7ffaa Magaalaa Harariitti ijaarsise eebbifamuun tajaajilaaf namaa ta’e.
Sirnicharratti Giiftii Duree…
Yaa’iin Mana Maree Hojii Raawwachiiftootaa Gamtaa Afrikaa 43ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) –Yaa’ii Idileen Ministiroota Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa 43ffaa Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jira.
Jilli Itti Aanaa Muummee…
Komishiniin Poolisii Oromiyaa Humna Addaa Poolisii Idileetti makaman eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Komishiniin Poolisii Oromiyaa Humna Addaa duraanii Poolisii Idileetti makaman leenjisaa ture eebbisiiseera.
Komishinichi Miseensota Humna Addaa…