Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhiigaa fi dafqa keenyaan coba bishaanii dhimmaaf oolchineerra – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC) –Ijaarsi Piroojektii Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa eegalamee booddetti deebi'ee ture xumuruun ciminaa fi cichoomina jedhan Ministirri Muummee FDRI…
Adeemsi ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa dadhabsiisaa ta’us firiin isaa…
Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC) –Adeemsi ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa dadhabsiisaa ta'us firiin isaa gammachiisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Aanichatti Tajaajila lammummaa gannaan deeggarsi Birrii biiliiyoona 1.5 olitti tilmaamamu kenname
Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Kofaleetti Tajaajila lammummaa gannaan deeggarsi Birrii biiliiyoona 1.5 olitti tilmaamamu kenname.
Deeggarsi kun Loon…
Hojiilee qulqullina barnootaa eegsisuuf hojjetamaniin bu’aa jajjabeessaan galmaa’eera- Kantiibaa…
Finfinnee, Hagayya 26, 2017(FMC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee qulqullina barnootaa eegsisuuf hojjetamaniin bu’aa jajjabeessaan galmaa’eera…
Oromiyaatti Galmeen Barattootaa eegale
Finfinnee, Hagayya 26,2017 (FMC) - Naannoo Oromiyaatti Galmeen Barattootaa bara Barnootaa 2018 har'a eegaleera.
Galmeen bara kanaa Hagayya 26, 2017 hanga Qaammee 5, 2017tti kan…
Nageenyi magaalaa keenyaa akka hingufanne eegsisuu dandeenye – Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Hagayya 26, 2017(FMC) - Raayyaa nageenyaa uummata keessaa foo’uun nageenyi magaalaa keenyaa gocha kamiinuu akka hingufanne gochuu dandeenyeera jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee…
Hojiilee Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin baatiiwwan Adoolessaafi Hagayya keessa hojjetaman
Finfinnee, Hagayya 26, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad baatiiwwan Adoolessaafi Hagayyaa 2017 keessa karoorrawwan tarsiimawoo ajandaa misoomaa Itiyoophiyaa saffisisan,…
Naannichatti piroojektoota misoomaa garaagaraa eebbisiifaman
Finfinnee, Hagayya 26, 2017(FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasiifi Pireezidaantii itti aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo…
Magaalichatti barattoota kuma 900 oliif tajaajila nyaataa kennuuf qophiin xumurame
Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti bara barnootaa 2018 keessa barattoota kuma 900 oliif manneen barnootaatti tajaajila nyaataa kennuuf qophiin xumurame…
Sheek Sulxaan Amaan Eebbaa Pireezidaantii Mana Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa…
Finfinnee, Hagayya 25, 2017 (FMC) – Sheek Sulxaan Amaan Eebbaa Pireezidaantii Mana Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee ta’uun filatamaniiru.
Filannoon Hojii…